Browsing Category
Biiznasii
Bara baajatichaatti Buna gabaa alaaf dhiyaaterraa Doolaara biiliyoonni 1.4 argame
Finfinnee, Adoolessa 3, 2014 (FBC) – Baatiiwwan 12’n darban buna gabaa biyya alaatiif dhiyaaterraa Doolaarri biiliyoonni 1.4 galiin argamuu Ministirri Ministeeraa Qonnaa Obbo Umar Huseen…
Meeshaaleen kontiroobaandii konteeyinarri 2 to’atame
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Meeshaaleen kontiroobaandii uffataa fi kophee konteeyinarri 2 to’atamuu ibsame.
Poolisiin magaalaa Finfinnee hordoffii Tajaajila Nageenyaa…
Naannoo Beenishaangul Gumuz baatiwwan 10 darban Warqee kuntaala 22 Baankii Biyyaalessaaf erge
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Naannoo Beenishaangul-Gumuz Baatiwwan 10 darban keessa Warqee kuntaala 22 Baankii Biyyoolessaa Ityoophiyaatti erguu beeksiseera.…
Kubbaaniyyoonni oomishaa biyya keessaa fi idil addunyaa gaaffilee invastimantii dhiyeessaa…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Kubbaniyyoonni oomishaa biyya keessaa fi biyyoota alaa garagaraa gaaffiilee invastimantii dhiyeessaa jiraachuu Koorporeeshiniin Misoomaa Paarkiiwwan…
Gaaboon Gurgurtaa kaarbooniirraa Yuuroo miiliyoona 275 argachuuf karoorfatte
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Gaaboon bosonaa ishee gabaa kaarbooniif dhiyeessuun galii Yuuroo miiliyoona 275 argachuuf karoorfachuu beeksifte.
Biyyattiin galii ishee kana kan…
Tarsiimoon buna Ityoophiyaan biyya alaatti ergitu dachaa afuriin dabaluuf gargaaru ifoome
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaay Ityoophiyaa Buna yeroo ammaa biyyattiin gabaa alaaf dhiyeessitu dachaa Afuriin guddisuu kan danda'u karoora Tarsiimoo…
Ityoophiyaa fi Faransaay hariiroo daldalaa fi invastimanii isaanii guddisuuf waliigalan
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Faransaay hariiroo daldalaa fi invastimanii isaanii gara sadarkaa olaanaatti guddisuuf waliigaluu ibsame.
Komishiniin Invastimantii…
Qaamolee dhiyeessaa fi Rabsa boba’aa gufachiisanirratti tarkaanfii kan fudhatu ta’uu abbaan…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Qaamolee dhiyeessaa fi Rabsa boba’aa gufachiisanirratti tarkaanfii kan fudhatu ta’uu Abbaan Taayitaa To’annoo Boba’aa fi Injarjii ibse.…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 58tti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 58tti tilmaamaman to’atamuu ibsame.
Torban tokko keessatti meeshaaleen alaa galan Birrii miiliyoona …
Fooramiin Daldalaa Ityoo-Xaaliyaanii xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) – Fooramiin Daldalaa Ityoo- Xaaliyaanii guyyoota lamaaf Xaaliyaanii magaalaa Roomitti gaggeeffamaa ture xumuramuu Imbaasiin Ityoophiyaa Roomitti argamu…