Browsing Category
Biiznasii
Fooyyessi taaksii konkolaattota elektirikaa taasifame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Invastimantii fi fichiisisa Konkolaattota elektirikii jajjabeessuu akkasumaas hawaasa fayyadamtoota taasisuuf fooyyessa taaksii hojiirra oolchuu Ministeerri…
Saafaariikoom fi Koorporeeshiniin Paarkiiwwanii invastimantii Doolaara miiliyoona 60 mallatteessan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC)- Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Ityoophiyaa fi Saafaariikom Ityoophiyaan, Paarkii Teeknooloojii fi Quunnaamtii Odeeffannoo keessatti hojii…
Tilmaamni gatii simmiintoo haaraan ba’e
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Qaala’iinsa gatii simmiintoo ittisuuf tilmaamni gatii oomisha simmintoo haaraan ba’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.…
Naannoo Somaaleetti Konkolaattoonni kumni 4 ol deeggarsa Boba’aa fayyadamuuf galmaa’an
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti Konkolaattoonni kumni 4 ol deeggarsa Boba’aa fayyadamuuf galmaa’uu Biiroon Daldalaa fi Geejjibaa naannichaa beeksiiseera.…
Bara baajatichaatti oomisha warqeerraa galii Doolaarri miiliyoonni 560 ol argameera- MA
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Bara baajataa 2014tti oomisha warqeerraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 5 fi miiliyoonni 60 argamuu Ministeerri Albuudaa ibse.
Ministeera Albuudaatti…
Ayyaanaaf dhiyeessiiwwan barbaachisaan hawaasaaf dhiyaachaa jiru-Biiroo Daldalaa Finfinnee
Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Magaalaan Finfinnee Ayyaanaa walqabatee qaala’aiinsi gatii akka hinmudanneef meehshaalee bu’uuraa nyaataa murtaa’an hawaasaaf dhiyaachaa jiraachuu Biiroon…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 80 olitti shallagaman to’ataman
Finfinnee, Hagayya 30, 2014(FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 80 olitti shallagaman to’atamuu Komishiniin Gumuruukaa beeksise.
Komishinichi hordoffii baatii Hagayya…
Dameen baankii abbootii qabeenyaa alaaf banamuun jijjiirama olaanaa fida jedhame
Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Dameen baankii Abbootii qabeenyaa alaaf banaa ta’uun jijjiirama olaanaa dame baankiirratti akka fidu ibsame.
Manni Maree Ministirootaa wixinee…
Finfinnee Giddugalaa Aadaa Oromootti baazaariin ayyaanaa baname
Finfinnee, Hagayya 28,2014(FBC)- Magaalaa Finfinnee mooraa Giddugalaa Aadaa Oromootti baazaariin ayyaanaa baname.
Baazaarichi Itti Gaafatamaa waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo…
Suuqiin gogaafi bu’aalee gogaa qaraxarraa bilisaa baname
Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Suuqiin gurgurtaa gogaafi bu’aalee gogaa qaraxarraa bilisaa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti banamuu Ministeerri Indaastirii beeksise.…