Manneen Qorichaa qoricha sadarkaa isaa hineegne dhiheessan 156 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC)-Manneen Qorichaa, qoricha Dhibee Busaa sadarkaa isaa hineegne ummataaf dhiheessaa turan 156 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Abbaan Taayitaa Nyaataa fi…
Dhibee Onnee
Finfinnee, Mudde 9, 2017 (FMC) –Dhibeen onnee tasa kan namatti dhufu yoo ta’u, hiddonni dhiiga onneef raabsan tasa wayita cufaman kan mudatudha.
Dhibeen Onnee tasaa kunis wayita…
Manni Marichaa Qorichaa fi galteewwan Wal’aansa Birrii miiliyoona 800 olitti tilmaamamu…
Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC)-Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa qorichaalee fi galteewwan wal’aansaf oolan Birrii miiliyoona 800 olitti tilmaamamu Hospitaaloota shaniif…
Talaalliin Pooliyoo Marsaa 2ffaan Finfinneetti kennamuu eegale
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)- Duulli talaallii Pooliyoo Marsaa 2ffaan Finfinneetti kennamuu eegaleera.
Duulli talaallichaas har’arraa eegalee hanga Mudde 6, 2017’tti manaa-manatti,…
Guyyaan HIV Shaashamanneetti kabajame
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)- Guyyaan HIV AIDS Sadarkaa Oromiyaatti Mata duree "Tajaajila HIV/AIDS Kabaja lammiilee giddugaleeffate lammiilee hundaaf" jedhuun Magaalaa Shaashamaneetti…
Ashaboo fi Fayyaa
Finfinnee,Mudde 3, 2017 (FMC) – Ashaboon gosoota mi’eessituu nyaataaf oolan keessaa tokko.
Fayyadamni ashaboo soodiyeemii yommuu dabalu dhiibbaan dhiigaa, rakkooleen fayyaa onneen…
Wal’aansa baqaqsanii yaaluun nama tokko keessaa Sibiloonni 110 ba’e
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Hospitaala Kompireheensivii Ispeeshaalayizdii Alartitti wal’aansa baqaqsanii yaaluun ga’eessa umrii Waggaa 46 keessaa sibiloonni gosa garaagaraa 110 ol ba’uun…
Guyyaan HIV AID’s sadarkaa Oromiyaatti Boru Shaashamanneetti kabajama
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Guyyaan HIV AID's Sadarkaa Oromiyaatti borii Magaalaa Shaashamanneetti kan kabajamu ta’uu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise.
Hoogganaa Itti Aanaa Biirichaa…
Naannichatti Talaalliin Pooliyoo Marsaa 2ffaan kennamuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 27, 2017 (FMC) –Naannoo Gaambeellaatti duulli talaallii Pooliyoo marsaa 2ffaan kennamuu eegaleera.
Saganticharratti Hogganaa Biiroo Fayyaa naannichaa Dookar Abel Asfaa…
Torbeen Dhabamsiisa Busaa Magalaa Naqamteetti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Torbeen Dhabamsiisa Busaa qopheessummaa Biiroo Fayyaa Oromiyaa fi Waajjira Fayyaa Godina Wallaggaa Bahaan Magalaa Naqamteetti kabajamaa jira.
Hoggantuu…