Itiyoophiyaa fi Raashiyaan damee Fayyaan tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Raashiyaan damee Fayyaan tumsaan hojjechuuf sanada waliigaltee mallateessaniiru.
Sirna fayyaa tumsuu fi Hojmaata Hospitaala…
Tajaajila wal’aansa fayyaa ceesisuuf qorannoowwan hojjetaman hojiitti hiikuu…
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)-Tajaajila wal'aansa fayyaa ceesisuuf qorannoowwan hojjetaman hojiitti hiikuu akka gaafatu Ministeerri Fayyaa hubachiise.
Yuunivarsiitiin Wallaggaa…
Daa’imman miiliyoona 13. 8 oliif talaalliin dhibee pooliyoo kennamuufi
Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) - Guraandhala 14 – 17, 2017tti daa'imman miiliyoona13. 8 oliif talaalliin dhibee pooliyoo kan kennamu tahuu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa beeksise.…
Guraandhala 14 irraa eegalee talaalliin Pooliyoo ni kennama-Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Guraandhala 14, 2017 irraa eegalee duulli talaallii ittisa Dhibee Pooliyoo sadarkaa biyyaalessaatti akka kennamu Ministeerri Fayyaa beeksise.…
Afrikaarraa Busaa dhabamsiisuuf Doolaarri biiliyoonni 5.2 kan barbaachisu ta’uu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Afrikaarraa Busaa dhabamsiisuuf waggaa waggaan Doolaarri biiliyoonni 5.2 kan barbaachisu ta'uu Pireezidaantiin duraanii Laayibeeriyaa Eelan Joonsan…
Ulaagaalee madaallii fayyaan Itiyoophiyaan bu’aa fooyya’aa galmeessiteetti-Daayrektara Giloobaal…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)- Ulaagaalee madaallii fayyaa hedduudhaan Itiyoophiyaan bu’aa fooyya’aa galmeessuu Daayrektarri Olaanaa Giloobaal Fandi Piiter Saandis ibsan.…
Naannoolee Oromiyaa fi Kibba Lixa Itiyoophiyaatti tatamsa’inni Dhibee Busaa hir’achaa jiraachuun…
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 ( FMC) - Naannoo Oromiyaatti sosochii busaa balleessuu gaggeeffameen tatamsa’inni dhibichaa hir’achuu Hogganaa Itti Aanaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa Dooktar…
Du’aatii haadholii fi daa’immanii hir’isuuf tajaajilli geejjibaa…
Finfinnee, Amajjii 29, 2017 (FMC)- Du'aatii haadholii fi daa'immanii hir'isuuf tajaajilli geejjibaa murteessaa ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaan ibsan.…
Dhukkubni Ilkaanii Maali?
Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC) – Dhibeen Ilkaanii dhibeewwan miiraa dhukkubbii cimaa uumaan keessaa isa tokkoodha.
Dhukkubni Ilkaanii rakkoowwan fayyaa naannawaa Ilkaanii dabalatee…
Tajaajilli ‘Pooleetiiv Keer’ Buufataalee Fayyaa Magaalaa Finfinnee 22’tti kennamaa jira
Finfinnee, Amajjii 21, 2017 (FBC)- Dhiphina namoota dhibee isaaniirraa wal’aanamanii fayyuu hindandeenye hir’isuuf kan kennamu tajaajilli ‘Pooleetiiv Keer’ jedhamu buufataalee fayyaa…