Uwwisa tajaajila fayyaa haadholii fi daa’immani caalmaatti guddisuuf hojjetamaa jira – Ministeericha
Finfinnee, Amajjii 1, 2018 (FMC) – Uwwisa tajaajila fayyaa haadholii fi daa’immani caalmaatti guddisuuf hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Fayyaa.
Itiyoophiyaatti du’aatii haadholii fi…
Tajaajila fayyaa ammayyeessuuf dameen dhuunfaa mootummaa waliin hojjechuu qaba- Kantiibaa Adaanech…
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Tajaajila fayyaa ammayyeessuuf dameen dhuunfaa mootummaa waliin tumsaan hojjechuu qaba jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.
Aadde…
Waa’ee dhibee Daranyoo Sombaa:-
Dhukkubni daranyoo sombaa dhukkuba daddarbaa baakteeriyaan dhufuudha.
Dhibeen kun irra caalaa sombaa namaa miidha.
Mallattoolee dhibichaa :-
✓ Qufaa torban lamaa ol namarra ture…
Waliingahiinsa talaallii saffisiisuuf …
Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Waliingahiinsa tajaajila talaallii saffisiisuuf hundi gaheesaa bahachuu qaba jedhe Ministeerri Fayyaa.
Ministeerichatti Hogganaan Deeskii Tajaajila…
Ministeerri Fayyaa raabsa talaallii Dirooniin deeggarame ifatti eegale
Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC)- Naannawaa sodaan Vaayirasii Maarbargi jirutti hojiin lubbuu baraaruufi talaaliiwwan dirooniin qaqqabsisuu guyyaa har’a ifatti eegaleera.
Ministeerri…
Dhibee Vaayirasii Maarbargii ilaalchisee odeeffannoo guyyaa har’aa:-
Namoota 62'f qorannoon Laabraatoorii taasifamee dhibichi nama tokkorrattiyyuu hin argamne.
Har’a yaala cimaa keessa kan jirus ta’ee kan lubbuun darbe hin jiru.
Kan dhibicharraa…
Dhibee Vaayirasii Maarbargii ilaalchisee odeeffannoo guyyaa har’aa:-
Namoota 144'f qorannoon Laabraatoorii taasifamee dhibichi nama tokkorrattiyyuu hin argamne.
Har’a yaala cimaa keessa kan jirus ta’ee kan lubbuun darbe hin jiru.
Kan dhibicharraa…
Biiroon fayyaa Oromiyaa moosaajii tajaajila fayyaa dijitaalomsuuf gargaaru ifoomse
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Biiroon fayyaa Oromiyaa moosaajii 'Odacare dijital solution' jedhamu kan tajaajila fayyaa dijitaalomsuuf gargaaru ifoomseera.
Sadarkaa Itti Aanaa…
Dhibee Vaayirasii Maarbargii ilaalchisee odeeffannoo guyyaa har’aa:-
Namoota 139'f qorannoon Laabraatoorii taasifamee dhibichi nama tokkorrattiyyuu hin argamne.
Har’a yaala cimaa keessa kan jirus ta’ee kan lubbuun darbe hin jiru.
Kan dhibicharraa…
Dhibee Vaayirasii Maarbargii ilaalchisee odeeffannoo guyyaa har’aa:-
Namoota 125'f qorannoon Laabraatoorii taasifamee dhibichi nama tokkorrattiyyuu hin argamne.
Har’a yaala cimaa keessa kan jirus ta’ee kan lubbuun darbe hin jiru.
Kan dhibicharraa dandamates…