Galteewwan yaala fayyaa guutuuf mootummaan hojiilee hedduu hojjetaa jira – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee,Waxabajjii 30, 2018 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa Walga’ii Idilee 30ffaa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa gaggeessaa jira.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Sirna fayyaa haqa qabeessaa fi cimaa ijaaruuf dhaabbilee barnoota fayyaa waliin qindoominaan…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2018 (FMC) -Itiyoopjiyaa keessatti milkaa'ina sirna fayyaa haqa qabeessaa fi cimaa ijaaruuf dhaabbilee barnoota fayyaa waliin qindoominaan hojjetamaa jira jedhan…
Sirni Fayyaa Diijitaalawaa Itiyoophiyaa Afriikaaf Fakkeenya Kan Ta’uudha – Obbo Tamasgeen Xuruunaa
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Itti Aanaan obbo Tamasgeen Xuruunaa sirni fayyaa Itiyoophiyaa sirna diijitaalaa fi hubannoo namtolchee waliin walqabachaa jiru…
Bu’uuraalee Misoomaa Fayyaa ammayyaa Finfinnee giddugala Tuuriizimii Fayyaa taasisan…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2018 (FMC)- Dhaabbiileen Fayyaa Waggoota muraasa darban keessa Finfinnee keessatti ijaaramanii fi haaromfaman, tajaajila fayyaa ammayyeessuun dandeettii damee fayyaa…
Kantiibaa Adaanech Abeebeen Giddugala qorannoo Fooransikiifi Sirna Summii eebbisan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2018(FMC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Hospitaala Minilik II’tti Giddugala qorannoo Fooransikiifi Sirna Summii eebbisaniiru.
Aadde…
Talaalliin dhibee Gifiraa naannolee 4’tti kennamuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 28, 2018 (FMC) – Talaalliin dhibee Gifiraa naannolee 4’tti daa’imman kuma 400 fi kuma 18 oliif kennamuu eegaleera.
Inistiitiyuutii Fayyaa Hawaasaa Itiyoophiyaatti…
Bu’uuraaleen misoomaa damee fayyaan hojjetaman Itiyoophiyaa giddugala tuurizimii fayyaa gochuuf…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2018(FMC)- Bu’uuraaleen misoomaa damee fayyaan hojjetaman Itiyoophiyaa giddugala tuurizimii fayyaa gochuuf dandeettii olaanaa ta’aa dhufaniiru jedhan Ministir Deetaan…
Hospiitaala Laaftoo tajaajilaaf baname
Finfinnee, Caamsaa 18, 2018(FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad hospitaala Laaftoo eebbisuun tajaajila eegalchiisaniiru.
Dooktar Abiy ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin…
Dhibee Vaayirasii Iboolaa ittisuuf hojii qophii duraa hojjetamaa jiru…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) – Dhibee Vaayirasii Iboolaa biyyoota Afrikaa garaagaraatti mudate ittisuuf hojiin qophii duraa hojjetamaa jira jedhen Ministeerri Fayyaa.
Dhibeen kun…
Yuunivarsiitichatti Piroojektoonni garaagaraa eebbifaman
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Arsii Piroojektiiwwan garaagaraa eebbisiisuun tajaajilaaf banaa taasise.
Yuunivarsiitichi giddu gala yaala haadholiifi daa'immanii,…