Naannoo Kibbaatti Talaalliin Qindaa’aa Fiixee Gadameessaa fi Covid -19 marsaa 4ffaan eegalame
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC) – Naannoo Kibbaatti Talaallii Qindaa'aan Ittisa Fiixee Gadameessaa fi Covid -19 marsaa 4ffaan magaalaa Aarbaa Mincitti eegalame.
Talaalliin Fiixee…
Oromiyaatti Duulli Qindaa’aa Talaallii Kaansarii fiixee gadameessaa fi Covid-19 eegale
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Biiroon Fayyaa Oromiyaa Duula Qindaa’aa Talaallii Kaansarii fiixee gadameessaa fi Covid-19 marsaa 4ffaa har'a magaalaa Mojootti jalqabsiise.
Kaansariin…
Dirre Dhawaatti Duulli talaallii Kaansarii Fiixee Gadaameessaa fi Kovid – 19 boru eegala
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) - Magaalaa Dirre Dhawaatti duulli talaallii Dhibee Kaansarii Fiixee Gadaammeessaa fi Kovid - 19 borurraa eegalee kan kennamu ta’uu Biiroon Fayyaa magaalichaa…
Tatamsa’inni Dhibee Busaa dachaa sadiin dabale – Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) – Ityoophiyaatti tatamsa’inni Dhibee Busaa dachaa sadiin daballii argisiisuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Bara baajataa kana qofa lammiileen miiliyoonni…
Dhibeewwan daddarboo hintaane irratti xiyyeeffannoon kennamee hojjetamaa jira-BFO
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)-Dhibeewwan daddarboo hintaane irratti mootummaan xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa ibse.
Dhibeewwan dhiibbaa dhiigaa, Sukkaaraafi…
Deeggarsi talaalliin Kooleeraa Doozii miiliyoona 1.9 taasifame
Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC)- Koreen To’aannoo Dhibee Kooleeraa Idil Addunyaa Ministeera Fayyaaf talaallii dhibee Kooleeraa Doozii miiliyoona 1.9 deeggarsa taasisuun ibsame.
Deeggarsi…
Warshaa oomisha Talallii Paarkii Indaastirii Qiliinxootti ijaaramuuf deeggarsi Doolaara miiliyoona…
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Baankiin Addunyaa Warshaa oomisha Talallii Paarkii Indaastirii Qiliinxootti ijaarramuuf deeggarsi Doolaara miiliyoona 30 taasiseera.
Ministeerri Fayyaa…
Jilli Dooktar Liyaan durfamu dhaabbilee fayyaa naannoo Tigraay deebisanii ijaaruuf daawwannaa…
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu dhaabbilee fayyaa naannoo Tigraay deebisanii ijaaruuf daawwannaa taasiisaa jira.…
Hanqinaalee sirna nyaataa furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – Dooktar Liyaa Taaddasaa
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) – Wabii Nyaataa mirkaneessuun hanqinaalee sirna nyaataa furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Gabaasni Indeeksii…
Guyyaan Daranyoo Sombaa yeroo 26ffaaf Sadarkaa Oromiyaatti Jimmaatti kabajame
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Guyyaan Daranyoo Sombaa yeroo 26ffaaf sadarkaa naannoo Oromiyaatti Oromiyaatti Godinaa Jimmaatti kabajame.
Sagantichaarratti Itti Aanaan Hogganaa…