Baankiin Misooma Itiyoophiyaa deeggarsa meeshalee wal’aansaa Birrii miiliyoona 31 taasise
Finfinnee, Sadaasa 7, 2016 (FBC)- Baankiin Misooma Itiyoophiyaa Giddugala Wal’aansa Daa’imman Dhukkubsattoota Onneef deeggarsa meeshalee tajaajila baqaqsanii wal’aanuu Birrii miiliyoona 31…
Dhukkuba Infuleenzaa
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) –Dhukkubni Infuleenzaa/Filuu/ Vaayirasiidhaan kan dhufu infeekshinii ujummoo hafuuraa, funyaan, qoonqoo fi somba kan miidhuudha.
Dhukkubni kun namoota…
Du’aatii haadholii hir’isuuf xiyyeeffannoon hojjetama jira-Dooktar Darajjee Dhuguumaa
Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- Bakki tursiisa haadholii dhaabbiilee fayyaa keessa jiran du’aatii haadhoolii hir’isuuf gahee isaanii olaanaa ta’uun ibsame.
Lubbuu haadholii sababa…
Faayidaa Loomii
Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Loomiin kuduraa fi muduraa keessaa tokko ta'ee dur irraa kaasee ilmi namaa wanta garagaraaf itti fayyadamaa tureera.
Loomiin yeroo baayyee qabiyyee isaa…
Ameerikaan talaallii jalqabaa vaayirasi Chikunguniyaa raggaasiste
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC)- Ameerikaan addunyarratti talaallii jalqabaa vaayirasii Chikunguniyaa tajaajilarra akka ooluuf raggaasiste.
Vaayirasichi cininnaa bokeen kan…
Dhibee Busaa fi Tooftaalee Ittisa
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC)- Dhibeen busaa dhukkuba daddarbaa bookee busaaatin dhufuudha.
Dhukkubni kun rooba gannaan walqabachuun iddoowwaan busaaf saaxilamaa ta’anitti…
Biiroo Fayyaa Naannoo Afaariif konkolattoonni 15 deeggarsi taasifame
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti dhaabbanni deeggarsa daa’immaanii Biiroo Fayyaa Naannoo Afaariif Konkolaattoota 10 fi Ambuulaansiiwwan 5…
Dhibeen baqaquu Hidhii fi Laagaa maalii?
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) –Dhibeen baqaquu Hidhii fi Laagaa banaa hidhii irratti yookiin laagaa keessatti mul’atu, sababa rakkoo tishuun wal qabachuu dhabuun kan uumamudha.…
Gurmaa’insa Tajaajila Fayyaa fooyyeessuuf dandeessisu ijaareerra – Dooktar Darajjee…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Sadarkaa biyyaalessatti Gurmaa'insi Tajaajila Fayyaa fooyyeessuuf dandeessisu ijaaramuu Ministir Deetaan Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaan…
Dhibee Bowwoo Mataa
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Dhukkubbiin mataa/bowwoon sababa namni mana yaalaa deemuuf keessaa isa ijoodha.
Bowwoon/dhukkubbiin mataa iddoo lamatti qoodamuu danda'a;…