Fana: At a Speed of Life!

Dhibee Bowwoo Mataa

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Dhukkubbiin mataa/bowwoon sababa namni mana yaalaa deemuuf keessaa isa ijoodha. Bowwoon/dhukkubbiin mataa iddoo lamatti qoodamuu danda'a;…

Dhibee Tiruu

Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Dhibeen tiruu dhukkuba daddarbaa sababa vaayirasii hepatitis (Hepatitis A, B, C, D & E) jedhamaniin dhufudha. Dhibeen tiruu gosa Hepatitis B…