Naannichatti dhukkuba Heemooraajik Fiivar ittisuufi to’achuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 5, 2018( FMC)- Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaatti dhukkuba Heemooraajik Fiivar ittisuufi to’achuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Fayyaa naannichaa.
Ministeerri…
Dhibeen Heemooraajiik Fever Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti mudate
Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) –Dhibeen Heemooraajiik Fever Naannoo Kibba Itiyoophiyaa magaalaa Jiinkaatti mudachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Dhibeen kun akka hin babal'anne…
Zoonii Dinagdee Walabaa Qilinxoo akka giddugala oomisha qorichaa cimaatti…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC) - Misoomsitoonni damee qorichaa irratti bobba'an qabeenya isaanii giddugalichatti misoomaaf akka oolchaniif qophiin barbaachisu xumurame jedhe Zooniin…
Ministeerichi Appilikeeshinii bilbilaa fayyummaa koo jedhu hojiirra oolche
Finfinnee, Sadaasa1, 2018 (FMC) – Ministeerri Fayyaa Appilikeeshinii bilbilaa fayyummaa koo jedhu akka biyyaatti yeroo jalqabaaf hojiirra oolche jedhe.
Bara 2030tti karoora tajaajila…
Oomisha Oksiijinii tajaajila yaalaa saffisiise …
Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC) - Hanqina Oksiijinii yaala fayyaa furuuf hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Fayyaa.
Hoji raawwachisaan Kominikeeshinii Fayyaa Ministeerichaa Dooktar…
Fooramiin wal’aansa baqaqsanii yaaluu paan Afrikaa eegalame
Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2018 (FMC) - Fooramiin wal'aansa baqaqsanii yaaluu Paan Afrikaa Finfinneetti eegalameera.
Fooramii har'a dabalatee guyyaa sadiif turu kana Itiyoophiyaatu…
Dhibeen Juuzamii abaarsaan hin dhufu, sanyiinis hin daddarbu – Ogeeyyii Fayyaa
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2018 (FMC) – Dhibeen Juuzamii abaarsaan hin dhufu, sanyiinis hin daddarbu jedhan Ogeeyyiin yaala Fayyaa.
Itiyoophiyaan waggatti Keezii Dhibee Juuzamii kuma 2…
Yuunivarsiitichi namoota kuma 1fi 700 ta’aniif wal’aansa moora ijaa bilisaan kenne
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitii Arsiitti Hospitaalli Barsiisummaa fi Riiferaalaa Asallaa jiraattota kuma 1 fi 700 ta’anii wal'aansa moora ijaa bilisaan kenneera.…
Yaa’iin fayyaa 27ffaa magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) –Yaa’iin Fayyaa 27ffaan mata duree "Invastimatii itti fufiinsa qabuufi kalaqa, sirna fayyaa cimaaf" jedhuun magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa jira.…
Saaphanni siree miliyoona 13 ol raabsamuuf
Finfinnee, Onkoloolessa 12, 2018(FMC) - Bara baajetaa kanatti saaphana siree miliyoona 13 ol hawaasaaf raabsuuf hojjetamaa jira jedhame.
Ministeera Fayyaatti hoji raaawwachiistuu olaantun…