Hospitaalichi Magaalaa Hawaasaatti tajaajila yaalaa fi qorannoo rakkoo dhala dhabuu kennuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 12, 2018 (FMC) – Hospitaalli Barkumee Qulqulluu Phaawuloos Magaalaa Hawaasaatti tajaajila yaalaa fi qorannoo rakkoo dhala dhabuu(Maseenummaa) kennuu eegaleera.…
Kutaalee Magaalaa Sulultaa fi Mana Abbichuutti Piroojektoonni garaagaraa eebbifaman
Finfinnee, Caamsaa 12, 2018 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaalee Magaalaa Sulultaa fi Mana Abbichuutti Piroojektoonni garaagaraa eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta’an.
Hospitaalli…
Oromiyaatti namoota kuma 300’f qorannoon dhibee Daranyoo Sombaa taasifame
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti namoota kuma 300’f qorannoon dhibee Daranyoo Sombaa taasifameera jedhe Biiroon Fayyaa Naannichaa.
Godina Jimmaatti dhibbee Daranyoo…
Hundee Diimaa fi faayidaa sirna nyaataa keessatti qabu…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2018(FMC) - Gosoota kuduraa hawaasa keenya biratti akka waan faayidaa guddaa hin qabneetti ilaalamaa turan kessaa hundeen diimaa isa tokko.
Yeroo baay'ee, ''Hundee…
Damee dippiloomaasii Fayyaan milkaa’inni olaanaan argame – Dooktar Maqdas Dhaabaa
Finfinnee, Ebla 20, 2018 (FMC) – Waggoottaan jijjiiramaa darban keessa damee dippiloomaasii Fayyaan milkaa’inni olaanaan argame jedhan Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan.…
Dhibee TB dhabamsiisuuf …
Finfinnee, Bitootessa 20, 2018 (FMC) –Dhibee TB guutuumaan guutuutti dhabamsiisuuf tarsiimoo fi qindoominaan hojjetamaa jira jedhan Ministir Deetaan Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee…
Finfinneen Konfiraansii Fayyaa Hawaasaa idil addunyaa 5ffaa akka qopheessitu filatamte
Finfinnee, Bitootessa 18, 2018(FMC) – Magaalaan Finfinnee Konfiraansii Fayyaa Hawaasaa idil addunyaa 5ffaa akka qopheessituuf filatamteerti.
Giddugalli Ittisa fi To’annoo dhibee Afrikaa…
Oromiyaatti Duulli Talaallii Pooliyoo kennamuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 18, 2018 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti Duulli Taalallii Pooliyoo Qinda'aa Marsaa 5ffaan Daa’imman Umurii shanii gadiif kennamuu eegaleera.
Duula talaallichaa Hogganaa…
Ministeerri Fayyaa Lammiilee godina Gaamotti Miidhamaniif Deeggarsa Meeshaalee Wal’aansaa Birrii…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) — Ministeerri Fayyaa dhaabbileeitti waamamtoota itti waamamoo isaa waliin ta’uun, lammiilee godina Gaamotti balaa sigiga lafaan miidhamaniif…
Hospitaalonni tajaajila isaanii kalaqaa fi hojmaata haaraan fooyyessuu qabu – Dooktar Maqdas…
Finfinnee, Guraandhala 27, 2018 (FMC) – Hospitaalonni tajaajila isaanii kalaqaa fi hojmaata haaraan fooyyessuu qabu jedhan Ministirri Ministeera Fyyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan.
Dhaabbileen…