Talaallii Busaa yeroo jalqabaaf argame bu’aa qarannoo waggaa 100 oliiti jedhame
Finfinnee, Fulbaana 29, 2014 (FBC)- Talaallii Busaa yeroo jalqabaaf argame bu’aa qarannoo waggaa 100 oliiti jedhameera.
Daayreektarri giddugala to’annoo fi ittisa dhukkuba Afrikaa (SDS)…
Waliigalteen ogeeyyii fayyaaf carraa hojii uumuu Emireetota Araba Gamtoomaniitti waliin mallattaa’e
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Waliigalteen Ogeeyyii fayyaa Ityoophiyaaf carraa hojii uumuu Emireetoota Araba Gamtoomanii waliin mallattaa’eera.
Komishinii carraa hojii uumuu,…
Dhaabbanni USAID deeggarsa meeshaalee garaagaraa Birrii miiliyoona 6.4tti tilmamamu naannoo…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Dhaabbanni USAID deeggarsa meeshaalee garaagaraa Birrii miiliyoona 6.4tti tilmamamu naannoo Oromiyaaf laateera.
Dhaabbanni kun deeggarsa meeshaalee…
Laabraatooriin ammayyaa lama eebbifaman
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) – Hospitaala Qidduus Phaawuloos Koolleejjii Meedikaalaa Barkumeetti Laabraatooriin ammayyaa lama eebbifamaniiru.
Inistiityuutii Fayyaa Hawaasaa…
Dhaabbilee fayyaa garee Shororkeessaa ABUT’iin barbadaa’an hojiitti deebisuuf hojjetamaa jira-…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Dhaabbilee fayyaa garee Shororkeessaa ABUT’iin barbadaa’an hojiitti deebisuuf hojjetamaa jiraachuu Dooktar Liyaa Taaddasaa ibsaniiru.
Dhaabbilee fayyaa…
Ministeerichi haala fayyaa lammiilee iddoo tursa yeroo jiranii daawwate
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Hooggantoonni Ministeera Fayyaa haalaa fayyaa lammiileen iddoo tursa yeroo Walloo jiran daawwachuu ibsameera.
Dhaabbilee fayyaa garee shororkeessaa…
Ameerikaan talaallii Covid -19 Doozii kuma dhibba 4 fi kuma 53 ol Ityoophiyaaf deeggarsa taasiifte
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Ameerikaan talaallii Covid -19 Joonsan and Joonsan jedhamu Doozii kuma dhibba 4 fi kuma 53 ol Ityoophiyaaf deeggarsa taasiifteerti.…
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Doolaara kuma dhibba 5 fi kuma 59 ministeera Fayyaaf laate
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii meeshaalee yaala Fayyaa Doolaara kuma dhibba 5 fi kuma 59 baasu ministeera Fayyaaf laachuu ibsameera.…
Magaalaa Jimmaatti qorichi seeraan ala kuufame to’nnoo jala oole
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti qorichi seeraan ala kuufame to'nnoo jala ooluu ibsame.
Qorichichi hoteela Jeenevaa kutaawwan lafaa gadii fi lafaa olitti…
Magaalaa Dirree Dawaatti Vaayrasiin Koroonaa saffisaan tatamsa’aa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Magaalaa Dirree Dawaatti weerarri Vaayrasii Koroonaa saffisaan tatamsa’aa jiraachuun Biiroon Eeggumsa Fayyaa magaalichaa beeksiise.…