Dooktar Liyaa naannoo Afaaritti kenniinsa tajaajila Hospitaala Dubtii daawwatan
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan naannoo Afaaritti kenniinsa tajaajila yaalaa Fayyaa Hospitaala Dubtii daawwataniiru.
Dooktar…
Biyyoonni Afrikaa ragaa faca’iinsa Oomikroon dhiyeessuu dadhabuu isaaniin haala tatamsa’iinsa isaa…
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Biyyoonni Afrikaa ragaa faca’iinsa Oomikroon dhiyeessuu dadhabuu isaaniin haala tatamsa’iinsa isaa ibsuun rakkisaa ta’uu Giddu Galli To’annoo Dhibee…
Yuunvarsiitiin Jimmaa Hospitaala sadarkaa jalqabaa Dalaantaa deebisee ijaaruufi jedhame
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitiin Jimmaatti Inistiityuutiin Fayyaa Hospitaala sadarkaa jalqabaa Dalaantaa garee shororkeessaa ABUTn barbadaa’e deebisee ijaaruuf…
Hospitaalli Waliigalaa Arbaa Mincii qajeelcha fayyaa godina Gaamoo waliin ta’uun Hospiitala…
Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) – Hospitaalli Waliigalaa Arbaa Mincii qajeelcha fayyaa godina Gaamoo waliin ta’uun Hospiitala waliigala Laallibalaaf deeggarsa taasisaaniiru.…
Qorichootaa fi meeshaalee wallaa’ansaa diyaaspooraan fidaa jiran of eeggannoon akka kuufaman…
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC)- Qorichootaa fi meeshaalee wallaa’ansaa diyaaspooraan fidaa jiran of eeggannoo fi sirnaan kuufamaa taasisaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Nyaata Qorichaa fi…
Hospitaalonni 14 fi buufataaleen fayyaa 60 barbadaa’anii turan tajaajila akka eeggalan taasifameera-…
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC) – Hospitaalonni 14 fi buufataaleen fayyaa 60 garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’anii turan suphamanii tajaajila akka eeggalan taasifamuu Ministirri…
Ityoophiyaatti lakoofsi du’aatii haadholii ulfaa hir’ataa dhufeera- Ministera Fayyaa
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) - Ityoophiyaatti lakoofsi du’aatii haadholii ulfaa hir’ataa dhufuu Ministerri Fayyaa beeksise.
Ministeerri Fayyaa sagantaa Baati Fayyummaa haadholii…
Hospitaalli sadarkaa jalqabaa Axaayyee sababa waraanaatin barbadaa’ee gariin tajaajila laachuu…
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Hospitaalli sadarkaa jalqabaa Axaayyee sababa waraanaatin barbadaa’ee gariin tajaajila laachuu eegalu ibsameera.
Hoji gaggeessaan hospitaalicha obbo…
Koollejjiin saayinsii Fayyaa Yuunvarsiitii Diillaa barattoota ogummaa fayyaan barsiisaa ture…
Finfinnee, Muddee 23 2014 (FBC) - Koollejjiin saayinsii Fayyaa Yuunvarsiitii Diillaa barattoota ogummaa fayyaan barsiisaa ture 270 marsaa 25ffaaf eebbisiiseera.
Koollejjichi barattoota…
Dambaliin haaraan Weerara Covid – 19 sadarkaa biyyaalessatti muul’achuu ibsame
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC) - Dambaliin haaraan Weerrara Covid - 19 sadarkaa biyyaalessatti muul'achuu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa beeksiise.
Inistiityuutiin Fayyaa…