Lakkoofsi dhukkabsattoota Covid -19 dachaan dabaluu ibsame
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Baatiwwan lamaan darbanitti lakkoofsi dhukkubsattoota Covid -19 dachaan dabaluu hoggantoonni giddugala Wallaansa dhibichaa ibsaniiru.
Yeroo…
Bara baajataa xumurame lubbuun namaa dhibee Busaan darbe hin turree – Biiroo Fayyaa Oromiyaa
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) - Bara baajataa xumurame lubbuun namaa sababa dhibee Busaan darbe kan hin jiraanne ta’uu BiiroonEeggumsa Fayyaa Oromiyaa beeskiise.
Hojiin…
Dargaggoonni aanaa Saxxammaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Hagayya 10, 2013(FBC)- Dargaggoonni godina Jimmaa aanaa Saxxammaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.
Dargaggoonni kunneen mata duree "Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa…
Magaalootaatti tajaajila wal’ansa cimaa fi balaa tasaa fooyyeessuuf hojjetamaa jira-Dooktar Liyaa
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Magaalootaatti tajaajila wal’ansa cimaa fi balaa tasaa fooyyeessuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan himaniiru.…
Hojjeettoonni Biirichaa raayyaa ittisaaf deeggarsa miindaasaanii baatii 1 laachuuf murteessan
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Hojjeettoonni Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa miindaasaanii baatii tokkoo Birrii miiliyoona 3.8 ol laachuuf murteesaaniiru.…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota weerara vaayrasii koroonaan qabamanii dabalaa dhufuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) – Torbeewwan sadan darban keessa Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota weerara vaayrasii koroonaan qabamanii dachaan dabalaa dhufuu Ministeerri Fayyaa…
Dagannaan weerara vaayrasii koroonaa na yaaddeessera-Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Dagannaan weerara vaayrasii koroonaa na yaaddeessera jechuun Ministeerri Fayyaa ibseera.
Ministirr Deettaan Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee…
Hospitaala Eekkaa Kotabeetti kutaan Wallaansa yaala cimaa dhukkubsattootaan guuttamuu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC) – Lakkoofsi namoota Vaayrasii koroonaan qabamanii dabalaa dhufuu hordofee Hospitaala Eekkaa Kotabeetti kutaan Wallaansa yaala cimaa dhukkubsattootaan…
Lubbuusaa aarsaa kan taasisuu raayyaa ittisa biyyaf wantii nuti hin laannee hin jiru- jiraattoota…
Finfinnee, Adooleessa 25, 2013 (FBC)-‘Aarsaa lubbuu kaffalaa kan jiru gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiigakoo nan arjooma" mata duree jedhuun Magaalaa Jimmaatti sagantaan dhiiga arjoomuu…
Jilli damee Fayyaa Giddugaleessa Afrikaarraa dhufee Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaatti daawwannaa…
Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)-Jilli damee Fayyaa Giddugaleessa Afrikaarraa dhufee daawwannaa fi muuxannoo hojii wal jijjiiruu Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaatti gageessa jira.…