Dhibeen Maariyyee Jaldeessaa namoota 2 irratti mul’ate akka hin babal’anne qindoominaan…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2017 (FMC) – Dhibeen Maariyyee Jaldeessaa Magaalaa Mooyaaleetti namoota 2 irratti mul'ate akka hin babal'anne qindoominaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa…
Faayidaa Paappayyaa
Finfinnee, Caamsaa 19, 2017 (FMC) – Paappayyaan muduraa fi kuduraa keessaa tokko ta'ee kan Vaayitaminoota garagaraa kan akka Vitaayitamina C,A fi Albuudota garagaraan badhaadheedha.…
Oromiyaatti daa’imman miiliyoona 7 ol talaallii dhibee gifiraa fudhatan
Finfinnee, Caamsaa 18, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti daa’imman miiliyoonni 7 fi kumni 300 fi kumni 36 ol talaallii dhibee gifiraa fudhachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise.
Caamsaa 6,…
Magaalichatti duulli talaallii ittisa dhibee gifiraa eegalame
Finfinnee, Caamsaa 18, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti duulli qindoomaan talaallii ittisa dhibee gifiraa eegalameera.
Duula kanaan daa’immaan kuma 600 fi kuma 28 fi 463’f…
Vaayirasiin Maariyyee Jaldeessaa Itiyoophiyaatti mul’achuu Ministeerri Fayyaa fi…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) - Vaayirasiin Maariyyee Jaldeessaa Itiyoophiyaatti mul'achuu Ministeerri Fayyaa fi Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Itiyoophiyaa beeksisan.
Dhibeen kun…
Faayidaa Loomii
Finfinnee, Caamsaa 15, 2017 (FMC) – Loomiin kuduraa fi muduraa keessaa tokko ta'ee dur irraa kaasee ilmi namaa wanta garagaraaf itti fayyadamaa tureera.
Loomiin yeroo baayyee qabiyyee…
Duulli talaallii qindaa’aa dhibee Gifiraa godinaalee Oromiyaa hundatti eegale- Biiroo Fayyaa…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Duulli talaallii qindaa’aa dhibee Gifiraa godinaalee Oromiyaa hundatti kennamuu eegaluu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise.
Duulli talaallii qindaa’aa…
Duulli talaallii dhibee Gifiraa eegalame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017 (FMC) – Sadarkaa Biyyaalessaatti duulli talaallii dhibee Gifiraa eegalmeera.
Naannoo Oromiyaatti duulli kun har’a bakka Hoggantuun Biiroo Fayyaa Oromiyaa…
Finfinneetti Talaalliin ittisa dhibee Gifiraa torban dhufu eegalee kennama
Finfinnee, Ebla 30, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti talaalliin ittisa dhibee Gifiraa torban dhufuu eegalee kan kennamu ta’uu Biiroon Fayyaa Magaalichaa beeksise.
Duulli talaallichaa…
Tajaajila yaala dhiqaa Kalee Hospitaala Zawdiituu…
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Hospitaalli Yaadannoo Zawdiituu bara 2009 eegalee tajaajila yaala dhiqaa Kalee kennaa jira.
Hospitaalichi namoota 30’f tajaajila yaala dhiqaa Kalee…