Filattoonni of eeggannoo covid-19 taasisuu akka qaban Inistityuutiin Fayyaa Hawaasa Ityoophiya…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC)- Lammiileen sagalee laachuuf wayita gara buufatalee filannoo deemaan of eeggannoo vaayrasii koroonaa barbaachisuu taasisuu akka qaban Inistityuutiin…
Aadde Heeraan Garbaa Badhaasa guyyaa Sigaaraan itti hin aarfamnee bara 2021 moo’atan
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Daayreektarri olaantuun Abbaa Taayitaa Nyaataa fi Qorichaa Ityoophiyaa Aadde Heeraan Garbaa Badhaasa guyyaa Sigaaraan itti hin aarfamnee…
Ministeera Fayyaaf deeggarsi qorichoota Birrii miiliyoona 1.7 baasuu taasifame
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC)-Dhaabbanni deeggarsa idil addunyaa Ameerikaa Ministeera Fayyaaf deeggarsa qorichoota Birrii miiliyoona 1.7 baasuu taasiseera.
Ministir Deettaan…
Gamtaan Afrikaa fi Baankiin Addunyaa talaallii Covid-19 miiliyoona dhibba 4 Afrikaanootaaf…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Gamtaan Afrikaa fi Baankiin Addunyaa talaallii Covid-19 miiliyoona dhibba 4 waloon Afrikaanootaaf dhiyeessuuf waliigalaniiru.
Waliigaltichi…
Ityoophiyaan talaallii Covid -19 kuma dhibba 4tti hiiqu yeroo dhiyootti ni argatti – Ministeera…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan talaallii Covid -19 kuma dhibba 4tti hiiqu yeroo dhiyootti kan argattu ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksiisee.
Ministirri…
Guyyaan arjoomtoota dhiigaa addunyaa kabajamaa jira
Finfinnee, Wixabajjii 7, 2013 (FBC)- Guyyaan arjoomtoota dhiigaa addunyaa kabajamaa jira
Guyyichii akka addunyaa fi Ityoophiyaatti yeroo 18ffaaf kabajamaa kan jiru.
Guyyichaa…
Naannoo Tigraayitti talaallii koleeraa laatamuu itti fufeera
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)- Naannoo Tigraayitti talaallii koleeraa laatamuu itti fufeera.
Talaallichi lammiilee miiliyoona 2 kan qaqqabu yoo ta’u, hanga Waxabajjii 9, 2013tti ni…
Yaalawwan biyya alaatti laatamaa turan biyya keessatti eegaluuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) - Yaalawwan biyya alaatti qofa laatamaa turan biyya keessatti eegaluuf hojjetamaa jiraachuu Koolleejjiin Fayyaa Barkumee Hospitaala Qidduus…
Vaayrasiin koroonaa gara Ityoophiyaa erga galee booda namoota miiliyoona 2 oliif qorannoon…
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Vaayrasiin koroonaa erga gara Ityoophiyaa galee waggaa 1 fi Baatiiwwan 5 keessaatti namoota miiliyoona 2 fi kuma dhibba 7 fi kuma 64 qorannoon taasifamuu…
Naannoo Tigraayitti har’aa eegalee talaalliin dhibee Koleeraa ni laatama
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti har’aa eegalee talaalliin dhibee Koleeraa kan laatamu ta’uu ibsameera.
Talaallich lammiilee miiliyoona 2 kan…