Naannoo Tigraayitti har’aa eegalee talaalliin dhibee Koleeraa ni laatama
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti har’aa eegalee talaalliin dhibee Koleeraa kan laatamu ta’uu ibsameera.
Talaallich lammiilee miiliyoona 2 kan…
Ministeerichi Karoora yaala balaa tasaa fi wallaansa cimaa waggaa 5 ifatti eegalchiise
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2013 (FBC) – Ministeerri Fayyaa Karoora yaala balaa tasaa fi wallaansa cimaa waggaa 5 ifatti eegalchiise.
Karoorichi rakkoolee yaala balaa tasaa fi…
Dhaabbilee daldalaa oomishaalee nyaataa wantoota fayyaa namaa miidhan waliin makanii gurguran 24…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Dhaabbilee daldalaa oomishaalee nyaataa wantoota fayyya namaa miidhaan waliin makanii gurguran 24 irratti tarkaanfiin…
Naannoo Tigraayitti tajaajila yaala fayyaa cimsuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayiitti tajaajila Fayyaa cimsuuf ogeeyyii fayyaa gara hojiitti deebisaa jiraachuu Biiroon Eeggumsa Fayyaa naannichaa beeksiiseera.…
Hospitaalli Gursuum hojii eegale
Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC) – Birrii miiliyoona 34 kan ijaarrame Hospitaalli sadarkaa jalqabaa aanaa Gursuum hojii eegaleera.
Jilli Itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu…
Guyyaan Tamboo aarsuu addunyaa Ityoophiyaatti yeroo 29ffaaf kabajamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC)- Guyyaan Tamboo aarsuu addunyaa Ityoophiyaatti yeroo 29ffaaf kabajamaa jira.
Guyyichi wayita kabajamuu Tamboo aarsuun dhiibbaa inni qabu hawaasa…
Arbaa Mincitti garaa dargaggoo tokko keessaa meeshaaleen qara qaban 30 ba’an
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC) - Magaalaa Arbaa Mincitti dargaggeessa umuriinsaa waggaa 20 ta'e keessa meeshaaleen qara qaban garaagaraa 30 ta'an waldhaansa baqaqsanii yaaluun garaa…
Dooktar Liyaan Badhaasa ‘Next generatio” 2021 injifatan
Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktarr Liyaa Taaddassaa Yuunvarsitii ‘Harvard T. H. Chan School of Public Health’ irraa badhaasa ”Next generation” 2021…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota Covid -19 du’anii miiliyoona 3.5 caale
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota Covid -19 du’anii miiliyoona 3.5 caaluu ibsameera.
Akka addunyaatti hanga ammaatti namoota miiliyoona dhibba 1…
Magaalichatti weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi to’achuuf sosochuun baatii 2f turu eegalame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi to’achuuf sosochuun baatii 2f turu eegalamuu Biiroon Eeggumsa Fayyaa magaalichaa beeksiise.…