Naannoo Beenishaangul Gumuuzitti damee fayyaatin hojiiwwan hojjetamaan jajjabeessadha-Dr Liyaa
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) – Naannoo Beenishaangul Gumuuzitti tajaajila fayyaa fooyyessuuf hojiiwwan hojjetamaan jajjabeessaa ta’u Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaan…
Ministeerri Fayyaa tarsiimoo tajaajila fayyaa waggoottan kurnan itti aananii ifoomse
Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) - Ministeerri Fayyaa Sagantaa tarsiimoo tajaajila fayyaa biyyattii waaggoottan kurnan itti aananii ifoomseera.
Ministeerichi har’a bakka…
Laabraatooriin qorannoo nyaataa eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 10, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaa nageenyaa fi qulqullina nyaataa to’achuuf Laabraatoorii qorannoo nyaataa Birrii miiliyoona 45 oliin ijaarsiise…
USAID deeggarsa meeshaalee yaalaa doolaraa kuma 800tti tilmaamaman naannoo Tigraayiif taasise
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)-Dhaabbanni deeggarsa misooma Ameerikaa USAID meeshaalee yaalaa doolaraa kuma 800tti tilmaamaman naannoo Tigraayiif taasiseera.
Dhaabbatichi deeggarsicha…
Godina Oomoo Kibbaatti Hospitaaloonni sadarkaa jalqabaa 2 eebbifaman
Finfinnee, Caamsaa 1, 2013 (FBC) - Naannoo Sabaa fi Sablammoota Kibbaa Godina Oomoo Kibbaatti Hospitaaloonni sadarkaa jalqabaa 2 eebbifamaniiru.
Godina Oomoo Kibbaa aanaa Maaleetti…
Ministeerri Fayyaa fi Faawundeeshiniin Dibooraa guddina sammuu daa’immanirratti waliin hojjechuuf…
Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Ministeerri Fayyaa fi Faawundeeshiniin Dibooraa dhimma dhibee saalessa saammuu daa’immani irratti waliin hojjechuuf waligaltee mallatteessaniiru.…
Du’atii daa’imman reefu dhalatanii hir’isuuf hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa hojiin du’atii daa’imman reefu dhalatanii hir’isuuf hojjetamu xiyyeeffaannoo olaanaa argachuu akka qabu…
Weerarri vaayrasii koroonaa Afrikaatti daraan babal’achuu danda’a – Dhaabbata Fayyaa Addunyaa
Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Afrikaatti weerarri vaayrasii Koroonaa daraan babal’achuu akka danda’u Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa hubachiiseera.
Dhaabbatichi gosti…
Fandichi Ityoophiyaatti daa’immaniif nyaata madaalawaa dhiyeessuuf deeggarsa doolaara miiliyoona…
Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Fandiin Misoomaa Afrikaa Ityoophiyaatti daa’immaniif umrii waggaa 5 gadi ta’aniif nyaata madaalawaa dhiyeessuu fi cuuqaruu ittisuuf deeggarsa Doolaara…
Wayita ayyaanaa hawaasni weerara Covid- 19f of eeggannoo taasiisuu qaba – Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Eebila 22, 2013 (FBC) – Wayita ayyaanaa hawaasni iddoolee dhaabbilee amantii, Gabaa fi tajaajila geejjibbaatti weerara Covid- 19f of eeggannoo taasiisuu akka qabu…