Magaalaa Finfinneetti qorichoonni seeraan ala kuufaman to’annoo jala oolan
Finfinnee, Eebila 22, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa lama keessatti qorichoonni seeraan ala kuufamanii turan to’annoo jala ooluu Abbaan Taayitaa To’annoo…
Namni dhuunfaan an Dooktar fayyaati jedhuun hawaasa gowwomsaa ture adabame
Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Hoospitaala Rifaraalaa Goobbaatti namichi irra deddeebiin ani Doktora fayyaatii jechuun ummata gowwoomsuun mallaqa saamaa ture hidhaa fi maallaqaan…
Hospitaala waliigalaa Eekkaa Kotobeef deeggarsi meeshaalee Birrii miiliyoona 20tti tilmaamamani…
Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC)- Manni Maree Chaayinaa Hospitaala waliigalaa Eekkaa Kotobeef deeggarsa meeshaalee yaala garagaraa Birrii miiliyoona 20tti tilmaamaman taasiseera.…
Talaallii Covid -19 marsaa 2ffaa eegaluuf qophiin taasiifamaa jira – Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC) - Sagantaa talaallii Covid -19 marsaa 2ffaa eegaluuf qophiin taasiifamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksiise.
Abbaa Taayitaa To’annoo Nyaataa fi…
Dhibee busaa bara 2030’tti Ityoophiyaa keessaa guutumman guutuutti balleessuuf hojjetama…
Finfinnee, Eebila 17, 2013 (FBC)- Dhibee busaa bara 2030'tti Ityoophiyaa keessaa guutuman guutuutti balleessuuf hojjechaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Guyyaan dhibee busaa…
Israa’eel Ityoophiyaatti yaala covid-19 tumsuuf garee ogeeyyii fayyaa erguufi
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Israa’eel Ityoophiyaatti yaala covid-19 tumsuuf garee ogeeyyii fayyaa deeggarsa taasisuu erguufi jedhame.
Jilli ogeeyyii fayyaan haammatamee kun…
Waldaan ogeeyyii yaala Fayyaa Ityoophiyaa yaa’ii waggaa 57ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Eebila 14, 2013 (FBC) - Waldaan ogeeyyii yaala Fayyaa Ityoophiyaa yaa'ii waggaa 57ffaa har'a gaggeessuu eegaleera.
Yaa'ichi guyyoota lamaaf kan turu yoo ta'uu, dhimmoonni…
Torbee sadi keessatti gartuun dhiigaa ‘O’ korojoon kumni 6 ol walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Eebila 14, 2013 (FBC) – Tajaajilli Baankii Dhiigaa Biyyaasaa torbee sadi keessatti gartuun dhiigaa ‘O’ korojoo kuma 6 ol walitti qabamuu beeksiise.
Tajaajilli…
Hospitaalli Rifeeraalaa Yuunvarsiitii Amboo warshaa Oksijiinii ijaarsisa ture eebbisiise
Finfinnee, Eebila 14, 2013 (FBC)- Hospitaalli Rifeeraalaa Yuunvarsiitii Amboo warshaa Oksijiinii ijaarsisaa ture eebbisiseera.
Warshaa Oksijiinii kun guyyaatti Siliindarii hanga 350tti…
Qorichoonni rakkoo fayyaa qaqqabsiisan seeraan ala raabsamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) – Qorichoonni rakkoo fayyaa olaanaa qaqqabsiisuu danda’an seeraan ala raabsamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa To’annoo Nyaataa fi Qorichaa Ityoophiyaa…