Laabraatooriin ammayyaa nageenya nyaatarratti hojjetu hojii eegale
Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) - Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa Laabraatoorii ammayyaa nageenya nyaataa eegu eebbisiisuun hojii jalqabsiise.
Laabraatoorichi guyyaa…
Ityoophiyaatti sadarkaa weerarri vaayrasii koroonaa irra jiru beekuuf qorannoon biyyaalessaa…
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti sadarkaa weerarri vaayrasii koroonaa irra jiru beekuuf qorannoon biyyaalessaa eegalamuuf ta’uu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa…
Magaalaa Dambi Doollootti talaallii vaayrasii koroonaa laatamu eegale
Finfinneee, Eebila 4, 2013 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaa Magaalaa Dambi Doollootti talaallii vaayrasii koroonaa laatamuu eegaleera.
Talaalliin vaayrasii kun Hospitaala waliigalaa Dambi…
Magaalaa Dirree Dawaatti namoota qorannoon Covid-19 taasiifameef keessaa walakkaa olirratti dhibichi…
Finfinnee, Eebila 2, 2013 (FBC) - Magaalaa Dirree Dawaatti guyyaa guyyaan namoota samuudaan qorannoo Covid-19 taasiifamuuf keessaa walakkaa olirratti dhibichi argamaa jiraachuu Biiroon…
Yuunvarsiitiin Hawaasaa ogeeyyii yaala fayyaa 195 eebbisiise
Finfinnee, Eebila 2, 2013 (FBC) - Koolleejjiin Saayinsaa Fayyaa Yuunvarsiitii Hawaasaa Dooktaroota yaala Fayyaa ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 195 eebbisiiseera.
Eebbifamtoota keessaa…
Akka biyyatti qajeelfamoonni ittisa vaayrasii koroonaa bahaan hojiirra ooluu akka qaban…
Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Akka biyyatti qajeelfamoonni ittisa vaayrasii koroonaa bahaan hojiirra ooluu akka qaban Waajjirri Eegumsa Fayyaa magaalaa Shaashamannee yaadachiseera.…
Qajeelfamoota weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi to’achuuf ba’an 30 guutumaan guutuutti hojiirra…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Weerarri vaayrasii koroonaa daraan dabalaa dhufuu isaan qajeelfamoota weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi to’achuuf ba’an 30 guutumaan…
Magaalichatti namoota qorannoon Covid -19 taasiifameef keessaa % 45 dhibichaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) - Magaalaa Dirree Dawaatti torbeewwan sadan darban keessa namoota qorannoon Covid -19 taasiifameef keessaa % 45 dhibichaan qabamuu ibsame.…
Gamtaan Awurooppaa biyyoota miseensa IGAD’f deeggarsa meeshaalee yaalaa taasiise
Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) - Gamtaan Awurooppaa biyyoota miseensa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa ‘IGAD’f deeggarsa meeshaalee yaalaa taasiisuu ibsameera.…
Oromiyaatti namoonni dabalataa 190 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti namoonni dabalataa 190 vaayrasii koroonaatin qabamu Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa beeksisee.
Namoonni haaraan 202…