Hospitaalichi giddugala Tuuriiziimii Fayyaa akka ta’uuf hojjetamaa jira – Yuunivarsiitii Salaalee
Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Hospitaalli Hundagaleessi Addaa Yuunivarsiitii Salaalee giddugala Tuuriiziimii Fayyaa akka ta’uuf hojjetamaa jira jedhe Yuunivarsiitiin Salaalee.…
Itiyoophiyaan tajaajila wal’aansa dhibee kaansarii babal’isaa jirti- Dooktar Maqdas Dhaabaa
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017(FMC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Itiyoophiyaan tajaajila wal’aansa dhibee kaansarii babal’isaa jirti jedhan.
Fooramiin wal’aansa…
Hanqinni Vitaamiin ‘D’ Daa’imman Qofarratti hin mudatu
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2017 (FMC) – Vitaamiin 'D’n coomaan kan bulbulamu yoo tahu, cooma qaama keenya keessa kuufame keessatti vitaaminii oomishuun kan fayyadamuudha.
Daa’imman reefu…
Kenni tajaajila fayyaa hawaasa giddugaleessa godhate guddina biyyaaf murteessaadha – BFO
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Kenni tajaajila fayyaa hawaasa giddugaleessa godhate guddina biyyaaf murteessaadha jedhe Biiroon Fayyaa Oromiyaa.
Sochii jijjiirama diinagdee,…
Giddugaloonni tursaa Maariyyee jaldeessaa 100 ol qophaa’an
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Akka Itiyoophiyaatti Giddugaloonni tursa Maariyyee jaldeessaa 100 ol qophaa'e jedhe Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Itiyoophiyaa.
Naannolee hundaa…
Magaalaa Dabra Birhaanitti haati tokko daa’imman afur ofkalte
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC)- Yuuniivarsiitii Dabra Birhaan Hospitaala Hakiima Gizaawutti haati tokko si’a tokkotti daa’imman afur ofkalte.
Hospitaalichatti ogeessi fayyaa…
Ogeeyyiin yaala fayyaa lubbuu baraaruuf, nuti ammoo Itiyyoophiyaa baraaruuf hojjenna – Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017 (FMC) – Ogeeyyiin yaala fayyaa lubbuu baraaruuf, nuti ammoo Itiyyoophiyaa baraaruuf hojjetaa jirra waan ta'eef tokkummaan dhaabbachuu qabna jedhan Ministirri…
Kantiibaa Adaanech Abeebeen giddugala yaala fayyaa birrii biiliyoona 3.5 ijaarame eebbisiisan
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen giddugala yaala fayyaa 'Beetasaayidaa Ameerikaa Meedikaal Pilaazaa' jedhamu birrii biiliyoona 3.5…
Tajaajilli wal’aansa yaala agartuu ijaa 315 milkaa’inaan raawwatame
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Tajaajilli Baankii Dhiigaafi Seelii Itiyoophiyaa tajaajilli wal’aansa yaalaa agartuu ijaa 315 milkaa’inaan raawwatameera jedhe.
Sosochiin…
Dhugaatiin alkoolii Aadaa haala fi qulqullina akkaamiin akka oomishamu to’annoo fi hordoffii cimaatu…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan dhibeewwan daddarboo hin taane sababa dhugaatii Alkooliin dhufan yaaluuf waggaan Doolaara biiliyoona 1.1 ol baafti jedhan ogeeyyiin yaala…