Faawundeeshiniin Istirooki giddugala wal’aansaa akka ijaaruuf deeggarsi ni taasifamaafi- Kantiibaa…
Finfinnee, Hagayya 27, 2017 (FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Faawundeeshiniin Istirooki giddugala wal’aansaa akka ijaaruuf deeggarsi barbaachisaan ni taasifamaafi…
Hospitaala Hundagaleessaa Addaa Yuunivarsiitii Dambii Doolloof deeggarsi meeshaalee wal’aansaa…
Finfinnee, Hagayya 23, 2017 (FMC)- Inistiitiyuutii Fayyaa fi Hospitaala Hundagaleessaa Addaa Yuunivarsiitii Dambii Doolloof deeggarsi meeshaalee wal'aansaa Birrii miiliyoona 35 olitti…
Tatamsa’ina dhibee Busaa ittisuuf saaphanni siree miiliyoonni 13 ni raabsama- Ministeera…
Finfinnee, Hagayya 10, 2017( FMC)- Ministeerri Fayyaa bara kana tatamsa'ina dhibee Busaa ittisuuf saaphanni
Siree miiliyoonni 13 ni raabsama jedhe.
Ministeerichatti Hojii Raawwachiistuun…
Ministeerri Fayyaa meeshaalee fayyaa Birrii biiliyoona 4 ol naannoleefi bulchiinsota magaalaa…
Finfinnee, Hagayya 8, 2017(FMC)- Ministeerri Fayyaa meeshaalee fayyaa Birrii biiliyoona 4 olitti tilmaamaman naannoleefi bulchiinsota magaalaa deeggare.
Ministirri Ministeera Fayyaa…
Hawaasni dhukkubsattoota dhibee kaleef deeggarsa akka taasisu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Hagayya 8, 2017(FMC)- Hawaasni dhukkubsattoota dhibee kaleef deeggarsa akka taasisu Dhaabbanni Tola Ooltummaa Tajaajila Dhiqaa Kalee waamicha dhiyeesse.
Dhaabbatichi…
Magaalaa Hararitti Laaboraatooriin Birrii miiliyoona 96 ‘n ijaarame tajaajila eegale
Finfinnee, Hagayya 7, 2017 (FMC) – Laaboraatooriin magaalaa Hararitti Birrii miiliyoona 96’n ijaarame eebbifamee tajaajila eegaleera.
sirna eebbicharratti Pireezidaantiin Naannichaa obbo…
Dhiyeessii qorichaa fooyyessuufi kenna tajaajilaa diijitaalessuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama-…
Finfinnee, Hagayya 6,2017(FMC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan bara 2018’tti dhiyeessii qorichaa fooyyessuufi kenna tajaajilaa diijitaalessuuf xiyyeeffannoon ni…
Bulchiinsa Magaalichaaf deeggarsi Meeshaalee wal’aansaa Birrii miiliyoona 50 olitti tilmaamamu…
Finfinnee, Hagayya 5, 2017(FMC)- Faawundeeshiniin Heenook Araggaaw jedhamu Bulchiinsa Magaalaa Finfinneef deeggarsa meeshaalee fi galteewwan wal’aansaa Birrii miiliyoona 50 olitti tilmaamamu…
Hawaasni aadaa dhiiga arjoomuun lubbuu baraaruu akka cimsatu dhaamame
Finfinne, Hagayya 4, 2017 (FMC) - Hawaasni aadaa dhiiga arjoomuun lubbuu lammiilee dhiiga dhabuun darbanii baraaruu akka cimsatu Waajjirri Eegumsa Fayyaa Godina Baalee dhaameera.…
Ministeerri Fayyaa Hospitaala Ootoonaa meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 55 olii deeggare
Finfinnee, Hagayya 2, 2017(FMC)- Ministeerri Fayyaa Hospitaala dhiyeenya balaa ibiddaan miidhame Hospitaala Ootoonaa meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 55 olitti tilmaamamu deeggare.…