Beenishaanguul Gumuuzitti talaallii pooliyoo boruurra eegalee hanga Bitootessa 20tti laatama
Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) –Naannoo Beenishaanuul Gumuuzitti duulli talaallii pooliyoo boruurra eegalee hanga Bitootessa 20tti laatama jedhameera.
Talaallichi daa’imman umriin…
Ityoophiyaatti sababa dhibee TB’n guyyaatti lubbuun namoota 57 ni darba jedhame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti sababa dhibee TB’n guyyaatti lubbuun namoota 57 akka darbu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Ministeerichi sababa dhibee TB’n…
Lakkoofsi haadholii ogeeyyii yaalaan deeggaramuun dahanii % 50 ga’eera – Ministeera…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2013 (FBC) – Lakkoofsi haadholii ogeeyyii yaalaan deeggaramuun dahanii % 50 ga'uu Ministeerri Fayyaa beeksiise.
Bu'aa argameef ga'een deessistootaa olaanaa ta'uu…
Dooktar Liyaa Taaddasaan daayreektara olaantuu HIV Eedsii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii walii…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan daayreektara olaantuu HIV Eedsii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Wiinii Biiyaaniyamaa…
Haala maloota ittisa vaayrasii koroonaa guutummaa guutuun hojiirra oluu danda’amuurrati mari’atame
Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC) –Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan poolisii federaalaa dabalatee dhaabbilee garagaraa waliin haala maloota ittisa vaayrasii koroonaa…
Waggaa dhufuu hanga baatii Muddeetti lammiilee %20f talaallii vaayrasii koroonaa laachuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC)- Waggaa dhufuu hanga baatii Muddee 30, 2014tti lammiilee %20f talaallii vaayrasii koroonaa laachuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.…
Hanqinni meeshaalee hargansuu nam-tolchee fi Oksiijiin muudata waan jiruuf kan yeroo kami caalaa of…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC)- Guyyaadha gara guyyaatti lakkoofsi namoota vaayraasii koronaan lubbuun darbu dabalaa jiraachuu Instiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa…
Ejansichi talaallii COVID-19 raabsuu ibse
Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Ejansiin dhiyeessii qoricha Ityoophiyaa talaallii vaayarsii koroonaa naannoolee fi bulchiinsota magaalaa hundaaf raabsuu itti gaafatamaa garee raabsaa…
Dhaabbanni qoricha Gaanaa Emfaarimaa Ityoophiyaatti dhiyeessii qorichaarratti bobba’uufi
Finfinnee, Bitooteessa 2, 2013 (FBC) – Dhaabbanni qorichaa Gaanaa Emfaarimaa Ityoophiyaatti dhiyeessii qoricharratti hojjechuuf waliigaltee mallateesseera.
Waliigalticha dhaabbata…
Hospitaala waliigalaa Komboolchaaf meeshaalee yaala fayyaa tilmaama Birrii miiliyoona 105…
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC)- Hospitaala waliigalaa Komboolchaaf meeshaalee yaala fayyaa tilmaama Birrii miiliyoona 105 taasifameera.
Hospitaala Waliigala Komboolchaa hojii…