Moozaambik duula talaallii COVID-19 har’a ni eegalti
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC)- Moozaambik duula talaallii vaayrasii koroonaa har’a ni eegalti jedhameera.
Kanaafis ogeeyyiin fayyaa wayita hojiirra jiranitti vaayrasiichaaf…
Of dagannaan hawaasaa tamsa’inni vaayrasii koroonaa akka dabaluu taasiseera- Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Of dagannaan hawaasa biratti muul’dhata jiru tamsa’inni vaayrasii koroonaa akka dabalee taasisuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.
Ministirri…
Qorichoonni tajaajila yaala dhibee Sukkaaraaf oolan raabsamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) - Qorichoonni tajaajila yaala dhibee Sukkaaraaf oolan raabsamaa jiraachuu ibsameera.
Ejansiin dhiyeessa Qorichaa Ityoophiyaa Qorichoota tajaajila…
Dhaabbanni gargaarsa daa’immanii Oromiyaaf deeggarsa meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaatif oolan…
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti dhaabbanni gargaarsa daa’immanii naannoo Oromiyaaf deeggarsa meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaatif oolan…
Aadde Adaanach Abeebeeb hospitaala Yakkaatiit 12 daawwatan
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) –Itti Aantuun kantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen guyyaa yaadanno wareegamtootaa Gurraandhala 12 sababeeffachuun Hospitaala…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 665 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 665 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 14 darbeera.
Sa’aatii 24…
Du’aatii Haadholii % 50 hir’isuuf hojjetamaa jira – Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC) – Du’aatii Haadholii % 50 hir’isuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Konfaransiin Waldaa Ogeeyyii Yaala…
Proojektiin hojii Ittisa,kunuunsaa fi wal’aansa HIV irratti xiyyeeffatu eegalame
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC) – Proojektiin hojii Ittisa,kunuunsaa fi wal'aansaa aanaalee fi magaaloota naannoo Oromiyaa caalmaan HIV'f saaxilamoo ta'an 41 keessatti waggoottan 3n…
Yuunvarsiitiin Finfinnee tajaajila yaala Baqaqsanii yaaluu Moora Ijaa bilisaan laachuuf qophaa’uu…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Finfinnee kutaa yaala Ijaa Hospitaala Minilik 2ffaatti tajaajila yaala Baqaqsanii yaaluu Moora Ijaa bilisaan laachuuf…
Afrikaan kibbaa talaallii COVID-19 ‘AstraZeneca’ akka hin laatamneef dhorkite
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC)- Afrikaan kibbaa talaallii COVID-19 ‘AstraZeneca’ akka hin laatamneef dhorkuu ishee beeksifte.
Dhorkiin talaallicha vaayrasii koroonaa haaraa…