Jilli Dooktar Liyaa Taaddasatiin durfamuu Hospitaala Waliigalaa Aggaaroo daawwate
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaatiin durfamu Hospitaala Waliigalaa Aggaaroo daawwateera.
Fuula Feesbuukii Keenyan…
Hospitaala Qidduus Phaawuloosiitti Xannachi Kiiloo Giraamni 21.7 nama tokko keessaa ba’e
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Hospitaala Qidduus Phaawuloosiitti maanguddoo umrii waggaa 62 keessaa yaala baqaqsanii yaaluun Xannachi Kaansarii Kiiloo Giraamni 21.7 ba’uu…
Waliigalteen deeggarsa meeshaalee tajaajila yaalamtoota dhibee Asmaa 150 mallatteeffaame
Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Waliigalteen deeggarsa meeshaalee tajaajila yaalamtoota dhibee Asmaa 150 mallatteeffaameera.
Ministeerri Fayyaa Astiraazeeniik Soosaayiit waliin…
Finfinneetti boruu irraa eegalee talaalliin kaansarii fiixee gadaameessaa dubartootaaf laatamuu ni…
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC)- Finfinneetti boruu irraa eegalee hanga Amajjii 22, 2013tti talaalliin kaansarii fiixee gadaameessaa dubartootaaf laatamuu akka eegaluu Biiroon Eegumsa…
Waggoota shanan dhufanitti damee fayyaaf baasiin Doolaraa biiliyoona 21 ni barbaachisa-Dooktar Liyaa
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)- Damee fayyaatin hojiiwwan raawwataman qofan hawaasa fayyaa qabeessa ta’e uumuuf hirmaanna qaamolee dhimmi ilaallatuu akka barbaachisuu Ministirri…
Fayyaa haadholii fi dubartoota foyyeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira-Dooktar Liyaa Taaddasaa
Finfiinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Baatiin fayyummaa haadha mata duree ‘haati dhangala’uu dhiigaatin maaliif duuti’ jedhun kabajamuu eegaleera.
Ityoophiyaatti baatiin…
Deeggarsi haguugduu afaanii fi funyaanii kumni dhibbi 5 fi kumni 30 taasifame
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)-Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii fi Eejansiin Tumsaa idil addunyaa Kooriyaa deeggarsa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf kan ooluu haguugduu afaanii fi…
Diillaatti Xannachi kiiloo Giraamni 26 Garaa dubartii tokkoo keessa yaalan ba’e
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) - Magaalaa Diillaa Hospitaala Salaamitti Garaa dubartii tokkoo keessaa Xannachi kiiloo giraama 26 ulfaatu yaala baqaqsanii yaaluun ba'uu oggeeyyiin yaalaa…
Naannoo Oromiyaatti tajaajjilli Inshuraansii Fayyaa Hawaasa fooyya’a jira-Dooktar Mangistu
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC)- Oromiyaatti tajaajjilli Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa foyya’aa jiraachuu Hogganaan Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa Dooktar Mangistuu Baqqalaan ibsaniiru.…
Dooktar Liyaa Taaddasaa dabalatee hoggantoonni hojii mootummaa biroon raayyaa ittisa biyyaa yaalamaa…
Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaa dabalatee hoggantoonni hojii mootummaa biroon raayyaa ittisa biyyaa duula olaantummaa seeraa…