Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaadannoon Injifannoo Adwaa injifannoo Adwaa ukkaamfamee ture irra deebiin akka mul’atu taasiseera-…
Finfinnee, Guraandhala 15 , 2018 (FMC) – Yaadannoon Injifannoo Adwaa injifannoo Adwaa jaarraa tokkoo oliif ukkaamfamee ture irra deebiin akka mul’atu taasiseera jedhan Kantiibaan magaalaa…
Ajajni Duula Addaa dirqama lafarraa, qilleensarraafi galaanarraa bahachuuf qophiidha- L/J Shuumaa…
Finfinnee, Guraandhala 15 , 2018 (FMC) – Ajajni Duula Addaa dirqama lafarraa, qilleensarraafi galaanarraa haala amansiisaa ta’een bahachuuf qophiidha jedhan Ajajaan ajajichaa Leetenaal…
Qaama biyya fooyyeftuu dhalootaaf ijaaruu kan ta’e hojiileen misooma Koriidarii magaalota…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) –Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojiilee misooma Koriidarii boqonnaa 2ffaa magaalaa Hawasaa daawwataniiru.
Qaama biyya fooyyeftuu…
Kantibaa Adaanech Abeebeen sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuu 5ffaa eegalchiisan
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuu 5ffaa eegalchiisaniiru.
Har'a magaalaa keenyatti yeroo 5ffaaf…
Itiyoophiyaan gootoota walharkaa fuudhiinsaan biyya ijaaraan hedduu dachee qabduudha – Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan gootoota walharkaa fuudhiinsaan biyya ijaaraan hedduu dachee qabduu jedhan Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Guyyaan…
Walga’iin Mana Maree Paartii Badhaadhinaa xumurame
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Walga'ii Idileen Mana Maree Paartii Badhaadhinaa guyyoota sadiif gaggeeffamaa ture xumurame.
Walga'ichi dhimmoota biyyaalessaarratti mari'ataa…
Paartiileen Siyaasaa Danbii naamusa kaadhimamtootaa mallatteessan
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Paartiileen siyaasaa danbii naamusa kaadhimamtootaa Boordiin filannoo Biyyoolessaa Itiyoophiyaa filannoo waliigalaa marsaa 7ffaaf qopheesse…
Guyyaan hundeeffama ajaja duultoota addaa waggaa 65ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Guyyaan hundeeffama ajaja duultoota addaa waggaa 65ffaan sagantaalee adda addaan kabajamaa jira.
Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Humnoota Waraanaa…
Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Walga’iin Mana Maree Paartii Badhaadhinaa Itti fufeera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Manni Maree Paartii Badhaadhinaa…
Boordichi dambii namuusa kaadhimamtoota filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa ifoomse
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa dambii namuusa kaadhimamtoota filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa ifoomseera.
Wayita duula na filadhaa fi…