Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Faawundeeshiniin Raayyaa Ittisaa qooda isaa cimsuu qaba- Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaa
Finfinnee, Hagayya 1, 2018 (FMC) – Faawundeeshiniin Raayyaa Ittisaa qooda isaa cimsuu qaba jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan.
Fiild…
Fayyadamummaa ulaa galaanaa Itiyoophiyaan shiraan dhabde mirkaneessuun gaaffii dhalootaati –…
Finfinnee, Hagayya 1, 2018 (FMC) – Fayyadamummaa ulaa galaanaa Itiyoophiyaan shiraan dhabde mirkaneessuun gaaffii dhalootaati jedhan jiraattonni Magaalaa Finfinnee.
Jiraattonni kunniin…
Yaadonni furmaataa ajandaa miseensota 500’f dhiyaatu gabbifamaa jiru- Komishinicha
Finfinnee, Hagayya 1, 2018 (FMC) – Yaadonni furmaataa ajandaa miseensota 500’f dhiyaatu gabbifamaa jiru jedhe Komishiniin Marii Biyyaalessaa.
Miseensonni garee 30 tokkoon tokkoo gareewwan…
Finfinnee gara Giddugala Turizimii Konfiransii Addunyaatti ce’aa jirtu…
Finfinnee, Hagayya 1, 2018 (FMC) – Finfinneen hojiilee misooma koridarii, qarqara lagaafi deebisanii misoomsuun magaalaa miidhagduu, qulqulluu fi hawwattuu taateetti.
Daandiiwwan…
Kantiibaa Adaanech Abeebeen Ministira Ce’umsa Diijitaalaafi Innooveeshinii Beeniin Dooktar Maahuunaa…
Finfinnee, Hagayya 1, 2018 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ministira Ce’umsa Diijitaalaa, Innooveeshinii fi Kalaqaa Beeniin Dooktar Maahuunaa…
Ukkaamsaa garee seeraan alaa ABUT irratti qabsaa’uu qabna- Dargaggoota naannichaa
Finfinnee, Hagayya 1, 2018(FMC)- Gochaa ukkaamsaafi waraanaaf kakaasuu garee seeraan alaa ABUT irratti qabsaa’uu qabna jedhan dargaggoonni naannoo Tigraay ukkaamsaa garichaa dheessan.…
Ijiptii fi Shaabiyaan garee seeraan alaa ABUT fayyadamuun Tigraay bakka waraanaa taasisuu barbaadu
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) - Ijiptiin garee seeraan alaa ABUT akka meeshaa waraanaatti fayyadamuun, Shaabiyaas ergamaa ishee godhachuun nageenya Itiyoophiyaa jeequu barbaaddi.…
Mariin Biyyaalessaa dhimmoota waloo irratti waliigaltee uumaa jira – Hirmaattota
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) – Waltajjiin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa dhimmoota waloo irratti waliigaltee uumaa jira jedhan mari'attoonni.
Waltajjiin Marii Biyyaalessaa…
Gaaffiin Ulaa Galaanaa Itoophiyaa deebii argachuun Ertiraa dabalatee biyyoota naannawaa fayyada –…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) – Gaaffiin ulaa galaanaa Itiyoophiyaan dhiyeessite deebii argachuun Ertiraa dabalatee biyyoota naannawaa fayyadamoo taasisa jedhe roggessi lammiin…
Garee Seeraan Alaa ABUT jalaa Uummata Tigraay baraaruu Barbaachisa – Qondaaltota Waraanaa…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) - Gareen seeraan alaa ABUT waliigaltee nagaa Piriitooriyaa cabsuu fi Itiyoophiyaa dadhabsiisuuf humnoota alaa waliin tumsuun uummata Tigraay'n ammas gara…