Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Arsii Lixaatti qonna gannaatiin lafti hektaarri Kuma 400 ol sanyii midhaan adda addaan…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) – Godina Arsii Lixaatti qonna gannaa bara kanaan lafti heektaarri Kumni 400 fi kumni 90 fi 200 sanyii garagaraan uwwifameera jedhe waajjirri Qonnaa…
Marii biyyaalessaa abdii dhaloota egeree
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan biyya guddoo seenaa ishee keessatti dameewwan garaagaraan injifannoowwan addunyaafi Afrikaaf fakkeenya ta’an galmeessistedha.
Nageenya…
Waltajjiin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa abdii ifaa biyyattiif kan fiduu dha – Jiraattota…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2018 (FMC) – Waltajjiin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa abdii ifaa biyyattiif kan fidu dha jedhan jiraattonni Magaalaa Finfinnee.
Jiraataan magaalattii Obbo…
Mariisistoonni qooda isaanii haalaan bahachaa jiru- Piroofeesar Masfin Ar’aayaa
Finfinnee, Adoolessa 29, 2018(FMC)- Mariisistoonni keenya qooda isaanii haalaan bahachaa jiru jedhan Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar Masfin Ar’aayaan.
Piroofeesar…
Waggoottan darban riifoormii damee hedduu gaggeeffameen bu’aaleen galmaa’an- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Adoolessa 29, 2018 (FMC)- Waggoottan darban riifoormii damee hedduu gaggeeffameen bu’aalee gaariin galmaa’aniiru jedhan Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam…
Himannaa irra deddeebii Ijiptii fi mirga Itiyoophiyaan qabeenya bishaanii ishee itti fayyadamuuf…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2018 (FMC) – Ijipti mirga Itiyoophiyaan qabeenya bishaanii ishee itti fayyadamuuf qabdu cabsuun, waa’ee Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa fi itti fayyadama…
Misoomni Afrikaa qulqullina irratti kan hundaa’e akka ta’uuf sirni safartuu murteessaadha- Dooktar…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2018(FMC)- Misoomni Afrikaa qulqullina irratti kan hundaa’e akka ta’uuf sirni safartuu murteessaadha jedhan Ministirri Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa…
Ashaaraa Magariisaa fi Hirmaannaa Qaama Miidhamtootaa
Finfinnee, Adoolessa 29. 2018(FMC) - Sagantaan Ashaaraa Magariisaa guutummaa biyyaalessaatti hojiirra oolaa jiru hirmaannaa qaamolee hawaasaa hundaan dhugoomaa jira.
Bayaan shaafii jiraata…
Shororkeessummaa qolachuuf hojimaata qindaa’aa nageenya daangaarraa cimsuu barbaachisa- Poolisii…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2018(FMC)- Shororkeessummaa qolachuuf hojimaata qindaa’aa nageenya daangaarraa cimsuu barbaachisa jedhan Itti aanaan Komishinara Jeneraalaa Poolisii Federaalaa…
Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob biyyoota biroof fakkeenya ta’e…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2018(FMC)- Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob biyyoota biroof fakkeenya kan ta’udha jedhan Ministirri Ce’umsa Diijitaalaafi Innooveeshinii Beeniin Dooktar Maahuunaa…