Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan Miseensa Boordii Hoji Raawwachistuu UNESCO ta’uun filatamte
Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC) -Itiyoophiyaan Mootummoota Gamtoomaniitti Miseensa Boordii Hoji Raawwachiistuu Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa ta'uun filatamte.
Yaa’ii…
Barri qaroominaa Goondar lammaffaan labsame- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan barri qaroominaa Goondar lammaffaan labasame jedhan.
Obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa miidiyaa…
Carraa argametti fayyadamuun tumsaan yoo hojjenne egeree ijoollee keenyaa miidhagsina- Dooktar Abiy…
Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC)- Carraa argametti fayyadamuun tumsaan yoo hojjenne egeree ijoollee keenyaa miidhagsina jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Yaadamni magaalomsuu gochaan dabaalamuu eegale cimee itti fufa- BKO
Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC)- Yaadamni magaalomsuu gochaan dabaalamuu eegale cimee itti fufa jedhe Biiroon Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa.
Biirichi Yaadama…
Hojiin misooma kooriidarii Goondaritti eegalame magaalattiin lammata dhalachuuf ciniinsuurra…
Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojiin misooma kooriidarii magaalaa Goondar Azazoo hanga Piyaassaatti eegalame magaalattiin lammata…
Dooktar Abiy Ahimad masaraa Mootummaa Faasil haaromfamaa ture eebbisiisan
Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon masaraa Mootummaa Faasil haaromfamaa ture eebbisiisaniiru.…
Hojiin Hidha Laga Magac jallisuu milkiin xumurame – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC) – Piroojektii Misooma Jallisii Magaciin hojiin Hidha Laga jallisuu milkiin xumurame jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Daawwannaa…
Hoggantoonni Mootummaa leenjii hoggansaarra jiran hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC) – Hoggantoonni Mootummaa sadarkaa Federaalaafi Naannoo leenjii hoggansaarra jiran Godina Shawaa Bahaatti hojiilee misoomaa daawwatan.
Kilaastera…
Humni Qilleensaa guddummaa Itiyoophiyaa maadalu ijaaramaa jira- Letenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaa
Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC)- Humni Qilleensaa guddummaa Itiyoophiyaa maadalu ijaaramaa jira jedhan Ajaja Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Letenaal Jeneraal Yilmaa…
Misooma Anniisaa Niwukilarii Itiyoophiyaan eegalte milkeessuuf tumsaan ni hojjenna – Ambaasaaddar…
Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC) – Teeknooloojii anniisaa Niwukilarii Itiyoophiyaan eegalte milkeessuuf tumsaan ni hojjenna jedhan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Raashiyaa Evgeenii…