Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kabaja Ayyaana Injifannoo Adwaa sababeeffachuun daandiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta’an…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) – Humni Waloo Nageenyaa kabaja Ayyaana Injifannoo Adwaa waggaa 130ffaa sababeeffachuun daandiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta'an ifoomse.
Ayyaana…
Dooktar Abiy Ahimad Injifannoo Adwaa waggaa 130ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Injifannoo Adwaa waggaa 130ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Baga injifannoo Adwaa…
Injifannoo Adwaarraa tokkummaa fi Cichoomina baranna – Kantibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) – Injifannoon Adwaa kan wareegamni dhiigaa fi lafee itti kaaffalame injifannoo seenaa addaati jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Daawwannaa Dooktar Abiy Ahimad Ajarbaajaatti taasisaniifi michummaa haaraa…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC)- Daawwannaan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Azarbaajaanitti taasisan Itiyoophiyaan tumsa haaraa fi michummaa cimsuuf kan hojjetu ta’uu…
Injifannoon Adwaa nageenya waloo fi tumsa loltummaa Afrikaanotaaf bu’uura cimaadha- Injiinar Ayishaa…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC)- Injifannoon Adwaa nageenya waloo fi tumsa loltummaa Afrikaanotaaf bu’uura cimaadha jedhan Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Injiinar Ayishaa…
Waliigalteewwan mallatteeffaman dameelee tumsaa babal’isuuf kan gargaaranii dha –…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2018(FMC)-Waliigalteewwaan Azerbaajaan waliin mallatteeffaman fuulduratti dameelee tumsaa bal'isuuf kan gargaaran dha jedhan ministirri Dhimma Alaa Dooktar…
Damee hubannoo namtolchee irratti waliin hojjechuuf Azerbaajaaniin waliigalleerra – Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2018(FMC)- Daarikteerri Olaanaan Inistiitiyuutii Hubannoo Namtolchee Dooktar Warquu Gaachanaa, Azerbaajaan waliin hubannoo namtolchee irratti waliin hojjechuuf…
Ce’uumsa Hawaas-Dinagdee Qindaa’aa: Akka Waliigaltee Araaraa Magaalaafi Baadiyyaatti
Finfinnee, Guraandhala 21, 2018(FMC)- pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa imaammataafi tarsiimoo magaalomsuu haaraa naannoo Oromiyaa akkasumas pilaaniiwwan…
Adwaan ayyaana injifannoo qabsoo farra kolonummaa cimsee dha – Pirezidaanti Taayyee…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2018(FMC)- Adwaan ayyaana injifannoo qabsoo farra kolonummaa cimsee dha jedhan Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaasee.
Finfinneetti kan argamu Giddugalli 'Global…