Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Giddugalichi gosoota sanyii midhaanii oomisha olaanaa kennan qonnaan bultootaaf dhiyeessaa jira
Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) – Giddu galli qorannoo qonna Qulumsaa gosoota sanyii midhaanii oomisha olaanaa kennan qonnaan bultootaaf dhiyeessaan jira jedhe.
Birmadummaa nyaataa…
Oomishni Qamadii Qonna Gannaa Raayyaa Ittisa Biyyaan misoome kompaayinaraan sassabame
Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) – Oomishni Qamadii Qonna Gannaa Raayyaa Ittisa Biyyaan Kutaa Magaalaa Galaan Guddaatti misoome kompaayinaraan sassabameera.
Raayyaan ittisa biyyaa…
ABUT qocholaa fi yakkoota waraanatti seenuuf dirqisiisoo ta’an raawwachaa jira – Fiild…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2018 (FMC) – ABUT qocholaa fi yakkoota waraanatti seenuuf dirqisiisoo ta’an raawwachaa jira jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waaranaa Fiild Maarshaal…
Haleellaan Ajaja Kaabaarratti raawwatame seenaa qaanessaadha – Fiild Maarshaal Birhaanuu…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2018 (FMC) – Haleellaan Ajaja Kaabaarratti raawwatame seenaa hunda keenya qaanesseedha jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waaranaa Fiild Maarshaal…
Fooramiin Invastimantii Itiyoophiyaa fi Gamtaa Awurooppaa Paarisitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2018 (FMC) – Fooramiin Invastimantii Itiyoophiyaa fi Gamtaa Awurooppaa Faransaay Paarisitti gaggeeffamuu eegaleera.
Fooramicharratti Ministirri Ministeera…
Itiyoophiyaa fi Faransaay hariiroo daldalaa cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Faransaay hariiroo daldalaa qaban caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru.
Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen Ministira…
Itiyoophiyaan shiraan ulaa galaanaa dhabde – Obbo Kabbadaa Deessisaa
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan hanga bara 1993tti ulaa galaanaa itti fayyadamaa turte shiraan dhabde jedhan Ministir Deetaan Tajaajila Kominikeeshinii obbo Kabbadaa…
Haleellaa ajaja kaabaarratti raawwatame kan yaadannu akka hin dabalamneefi – Fiild Maarshaal…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2018 (FMC) – Guyyaan Haleellaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja kaabaarratti raawwatame waggaa 5ffaan mata duree, “akka hin dabalamne yoomiyyuu hin dagatamu, jedhuun…
Dantaa biyyaalessaa tiksuun gahee mootummaa qofaa miti – Obbo Kabbadaa Deessisaa
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2018 (FMC) – Dantaa biyyaalessaa tiksuun gahee mootummaa qofa osoo hin taane kan qaama hundaati jedhan Ministir Deetaan Tajaajila Kominikeeshinii obbo Kabbadaa…
Guyyaan Haleellaan Ajaja Kaabaarratti raawwatame waggaa 5ffaan yaadamataa jira
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2018 (FMC) –Guyyaan Haleellaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja kaabaarratti raawwatame waggaa 5ffaan yaadatamaa jira.
Guyyichi giddugala leenjii Humna Qilleensaa…