Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Meekaanaayizeeshiniin Qonnaa birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf bu’ura
Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) - Meekaanaayizeeshiniin qonnaa birmadummaa nyaataa mirkaneessuufi oomishaafi oomishtummaa dabaluun bu'aa olaanaa agarsiisaa jira jedhe Biiroon Qonnaa Oromiyaa.…
Yaa’ii bifa dhugaa Afrikaa addunyaatti beeksisuurratti xiyyeeffate…
Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Yaa’iin dhiibbaa uumtoota miidiyaa hawaasaa Afrikaa bifa dhugaa fi seenessa Afrikaa sirrii addunyaatti beeksisuurratti xiyyeeffate Finfinneetti taa’amaa…
Tarkaanfiin damee miidiyaa dirree diimokiraasii waliin walsimsuuf fudhanne ijaarsa biyyaaf bu’uura…
Finfinnee, Ebla 29, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Waggoottan saddettan darban keessa tarkaanfiin damee miidiyaa dirree diimokiraasii waliin walsimsuuf fudhanne…
Riifoormii mootummaan gaggeesseen ENA’n lammaffaa dhalate jechuun ni danda’ama- obbo Sayifee…
Finfinnee, Ebla 29, 2018 (FMC)- Riifoormii mootummaan gaggeesseen Tajaajilli Oduu Itiyoophiyaa (ENA)’n lammaffaa dhalate jechuun ni danda’ama jedhan Hojii Gaggeessaa Olaanaan dhaabbatichaa…
Mootummaan jijjiiramaa riifoormii Miidiyaa gadi fageenyaan gaggeesseera – Haayimaanoot…
Finfinnee, Ebla 29, 2018 (FMC)- Mootummaan jijjiiramaa riifoormii Miidiyaa gadi fageenyaan gaggeesseera jedhan Daayrektarri Olaantuun Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa Haaymanoot…
Waltajjiin Marii ‘Milkaa’ina Miidiyaa Ijaarsa Seenessaaf’ jedhu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Ebla 29, 2018 (FMC)- Waltajjiin Marii 'Milkaa’ina Miidiyaa Ijaarsa Seenessaaf' jedhu Bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffamaa jira.…
Sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtuu dandeettii oomishuu biyyattii agarsiisa- Pirezidaanti Taayyee…
Finfinnee, Ebla 29, 2018 (FMC)- Sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtuu dandeettii oomishuu biyyattii kan agarsiisudha jedhan Pirezidaantii RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen.
Pireezidaanti…
Ajajni Kaaba Lixaa gahumsa haleellaa kamiinuu qolachuu isa dandeessisu irratti argama- Jeneraal…
Finfinnee, Ebla 29, 2018 (FMC)- Ajajni Kaaba Lixaa gahumsa haleellaa kamiinuu qolachuu isa dandeessisu irratti argama jedhan Itti aanaan Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Humnoota Waraanaa…
Konfiransiin qorannoo qonnaan bultootaa biiyyaalessaa kan jalqabaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebla 29, 2018 (FMC)– Konfiransiin qorannoo qonnaan bultootaa biyyaalessaa kan jalqabaa Yuunivarsiitii Madda Walaabuutti gaggeeffamaa jira.
Konfiransichi qonnaan bultoonni…
Dhiibbaa siyaasa qubsumaa Itiyoophiyaan sararoota Galaanaa idil-addunyaa irratti qabdu…
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Dhaga’amtummaa Itiyoophiyaan qabdu guddisuuf kallattiin dippiloomaasii mootummaan Ida’amuu hojiirra oolchaa jiru bu’aa qabatamaa galmeessaa jira.…