Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Fannoo Iyyasuus Kiristoos kabajame
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) –Ayyaanni Fannoo Iyyasuus Kiristoos hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaan kabajame.
Hordoftoonni Amantaa Ortodoksii Waloomaa, Kaatoolikii fi Hordoftoonni…
Mariin Hariiroo naannolee Oromiyaa fi Somaalee cimsuurratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Mariin Hariiroo waloo naannolee Oromiyaa fi Somaalee cimsuurratti xiyyeeffate magaalaa Dirre Dawaatti gaggeeffamaa jira.
Jilli Pireezidaantiin Naannoo…
Miseensonni humna addaa gara Riifoormitti hin makamne hanga Wiixataatti caasaa nageenyaa…
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Miseensonni humna addaa sababa eeyyamaa fi dhibeen gara Riifoormitti hin makamne hanga Wiixataa dhufuutti caasaa nageenyaa barbaadaniitti akka makaman…
Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammad daawwannaa hojiif Finfinnee galan
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammad daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammad wayita Buufata Xiyyaaraa Idil…
Muummeen Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meelooniin daawwannaa hojiif Finfinnee galan
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meelooniin daawwannaa hojii guyyoota lamaaf Finfinnee galaniiru.
Joorjiyaa Meelooniin wayita Buufata Xiyyaara…
Ayyaanni Faasikaa wayita kabajamu tokkummaa biyyaa waaraan mirkaneessuuf waadaa galuun ta’uu…
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) –Ayyaanni Faasikaa wayita kabajamu tokkummaa fi Araara biyyaa waaraan mirkaneessuuf waadaa galuun ta'uu akka qabu dureewwan Amantaa Kiristiyaanaa ibsan.…
Obbo Maammoo Mihiratuun Itti Aanaa Bulchaa Baankii Biyyaalessa Xaaliyaanii waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Bulchaan Baankii Biyyaalessa Ityoophiyaa Obbo Maammoo Mihiratuun Itti Aanaa Bulchaa Baankii Biyyaalessa Xaaliyaanii Pooyeroo Sippaaloongaar waliin…
MM Abiy Ahimad hojiilee maaddii guutuu magaalaa Finfinnee daawwatan
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hojiilee maaddii guutuu magaalaa Finfinnee daawwataniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad magaalaa Finfinneetti…
Ayyaanonni Fannoo fi Faasikaa karaa nagaan akka kabajamu qophii ga’aan taasifame – Humna…
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Ayyaanonni Fannoo fi Faasikaa karaa nagaan akka kabajamu qophiin barbaachisu taasifamuun hojiitti galamuu Humni Waloo Nageenyaa fi Tikaa beeksise.…
Ayyaanota tibbana kabajamanirratti addaan ciccituun tajaajila Elektirikaa akka hin mudanne qophiin…
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Ayyaanota tibbana kabajamanirratti addaan ciccituun Tajaajila Elektirikaa akka hin mudanne qophiin barbaachisu taasiifamuu Tajaajilli Elektirika Ityoophiyaa…