Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jijjiiramaa as sektaroonni ijoo xiyyeeffannoo addaa barbaadan adda bahuun riifoormii keessaa darbaa…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Jijjiiramaa as sektaroonni ijoo xiyyeeffannoo addaa barbaadan adda bahuun riifoormii keessaa darbaa jiraachuu Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa…
Miseensonni Shanee 155 gara jireenya nagaatti deebi’uu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Marii hawaasa waliin taasiifameen miseensonni Shanee 155 gara jireenya nagaatti deebi’uu Raayyaa Ittisaa beeksiiseera.
Humni Eegaa Riippaablikaanii…
Hojii yakka malaammaltummaa ittisuuf hojjetameen Birrii miiliyoona 812 baraaruun danda’amuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Hojii yakka malaammaltummaa ittisuuf hojjetameen Birrii miiliyoona 812 baraaruun danda’amuu Komishiniin Namuusaa fi Farra Malaammaltummaa beeksiiseera.…
Jilli Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Riippaablika Cheekitti dhaabbilee hojii Indaastirii Raayyaa…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Riippaablika Cheekitti dhaabbilee hojii Misoomaa Indaastirii Raayyaa Ittisaarratti bobba’aan…
Atileet Qananiisaa Baqqalaan fiigicha Maaraatoonii Vaaleenishiyaarratti kan hirmaatu ta’uu beeksise
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Atileet Qananiisaa Baqqalaan Maaraatoonii Vaaleenshiyaa Baatii Muddee dhufu gaggeeffamurratti kan hirmaatu ta’uu beeksise.
Turtii yeroo dheeraa booda…
Jilli Obbo Umood Ujuluun durfamu hojiilee misoomaa Bulchiinsa Mana Amala Sirreessaa godina Iluu…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Gaambeellaa Obbo Umood Ujuluun durfamu hojiilee misoomaa Bulchiinsa Mana Amala Sirreessaa godina Iluu Abbaa Booriin…
Hudhaalee damee barnootaaf furmaata kennuuf murannoon hojjechuun barbaachisaadha – Piroofeesar…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Yaa’iin Barnootaa 32ffaan Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti gaggeeffamaa ture har’a xumurameera.
Yaa’ichi dhimmoota adda addaarratti erga mari’atee…
Xaa’oo biyyoo Kuntaala miiliyoona 2 Jibuutii ga’e keessaa miiliyoonni 1 ol gara biyya keessatti…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Xaa’oo biyyoo Kuntaala miiliyoona 2 buufata Jibuutii ga’e keessaa miiliyoonni 1 ol gara biyya keessatti geejjibsiifamuu Ministeerri Qonnaa beeksiise.…
Naannichatti haala waqtaawaarrati mari’atamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) –Hoggantoonni Olaanoon Naannoo Amaaraa haala waqtaawaa nannicharratti mari’achaa jiraachuun ibsame.
Rakkoon nageenyaa naannichatti mudate hojiilee…
Obbo Adam Faaraahi Goondar galan
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Pireezidaantii Ittanaan Paartii Badhaadhina Obbo Adam Faaraahi Magaala Goondar galaniiru.
Obbo Adam leenjii Hoggantoota Mootummaa marsaa 4ffaa hordofuu…