Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waldaa Dippiloomaatootaa hundeessuun faayidaa biyyaalessaaf gumaacha oolaanaa qaba – Ambaasaaddar…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Waldaa Dippiloomaataa Itiyoophiyaa hundeessuun faayidaa biyyaalessaaf gumaacha olaanaa qabaachuu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…
Lammiilee Paakistaan biratti jaalatamummaan Kitaaba “Dhaloota Ida’amuu” dabalaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Lammiilee Paakistaan biratti dinqisiifannaan Kitaaba “Dhaloota Ida’amuu” kan Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin barreeffame dabalaa jiraachuun…
Chaayinaan omishtumaa qonnaa guddisuuf deeggarsa taasiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Chaayinaan omishtummaan qonna Itiyoophiyaa akka dabaluuf deeggarsa taasiftuu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Walitti Qabaan Koree Dhaabbii Dhimmoota Qonna…
Guyyaan Sabaaf Sablammootaa 18ffaan Naannoolee garaagaraatti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Guyyaan Sabaaf Sablammootaa 18ffaan Naannoolee garaagaraatti kabajamaa jiraachuu ibsame.
Naannoo Harariitti guyyaan Sabaaf sablammootaa 18ffaan…
Sochiin haleellaa koorniyaa dhaabsiisuu ifatti eegalame
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Miidhaa dubartootarra ga’u ittisuuf sagantaan sosochii haleellaa Koorniyaa dhaabsisuu Magaalaa Adaamaatti ifatti eegalameera.
Pireezidaantii FDRI…
Dooktar Abiy Ministira Muummee Beeljiyeem waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Beeljiyeem Aleeksaandar Dee Kiroo waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Yaa’ii COP28…
Ayyaanni waggaa Maariyaamii Tsiyoon kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Ayyaanni waggaa Maariyaamii Aksum Tsiyoon haala hoo’aa ta’een kabajamaa jiraachuu ibsame.
Pireezidaantii bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Obbo…
Gumiin Balal marsaa 35ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Waltajjiin Gumiin Balal Marsaa 35ffaan mata duree "Heddumminniifi walqixxummaan tokkummaa biyyaatiif'' jedhuun gaggeeffamaa jira.
Kabaja guyyaa Sabaa fi…
Muuxannoo leenjiin argame hojiin mirkaneessuun dhimma addaa duree hoggansaarraa eegamuudha-Obbo Adam…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Muuxannoo leenjiin argame hojiin mirkaneessuun dhimma adda duree hoggansaarraa eegamu ta’uu Pireezidaantiin Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah…
Baankichi damee qonnaa deeggaruuf fooyyessa tilmaama dhala liqii taasise
Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC)-Baankiin Misoomaa Itiyoophiyaa tarkaanfiilee mootummaan damee qonnaarratti fudhachaa jiru milkeessuu fi invastimantii damichaa babal’isuuf fooyyessa…