Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tumsa naannawaa daangaa guddisuun walitti hidhamiinsa naannawaa dhugoomsa – Obbo Ahimad…
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Tumsa naannawaa daangaa guddisuun walitti hidhamiinsa naannawaa dhugoomsuuf kan gargaaru ta'uu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen ibsan.…
Ayyaanota Faasikaa fi Iid Alfaxir sababeeffachuun hawaasa harka qalleeyyii miiliyoona 2.1’f…
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Ayyaanota Faasikaa fi Iid Alfaxir sababeeffachuun kutaalee hawaasaa harka qalleeyyii miiliyoona 2.1'f maaddiin qoodamuu Biiroon Dhimma Hojjetaa fi…
Komishiniin haaromsa biyyaalessaa hidhattoota Shanee karaa nagaan hidhannoo hiikkatan waliin…
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Komishiniin haaromsa biyyaalessaa hidhattoota Shanee duraanii waamicha mootummaan taasiise fudhachuun karaa nagaan hidhannoo hiikkatan waliin mari'ateera.…
Shakkamtoonni lafaan siif kennina jechuun nama dhuunfaarraa Birrii miiliyoona 30 fudhatan to’ataman
Finfinnee, Eebla 5, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti shakkamtoonni lafaan siif kennina jechuun nama dhuunfaarraa kaffaltii duraa Birrii miiliyoona 30 fudhatan to’ataman.
Shakkamtoonni…
Biyyoonni gitaa bittaa dijataalaa ittisuurratti hojjechuu qabu-Obbo Solomoon Sookaa
Finfinnee, Eebla 5, 2015 (FBC)- Guddachaa dhufuu fayyadamtoota dirree dijitalaa hordofee biyyoonni balaa birmadummaa dijitaalaa olaanaa keesatti akka galanii fi balaa kanarraa of ittisuuf…
Hordoftoonni amantaalee aadaa waldeeggaruufi walgargaarsaa wayita soomaa raawwatan yeroo maraa…
Finfinnee, Eebla 5, 2015(FBC)- Hordoftoonni amantaalee aadaa waldeeggarsuufi walgargaarsaa wayita soomaa raawwatan yeroo maraa taasisuun itti fufuu akka qaban Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa…
Koreen Malaanmaltummaa Finfinnee lafa kaaree meetira kuma 43 ugguruu beeksise
Finfinnee, Eebla 5, 2015 (FBC)- Erga hojii eegalee Sadaasa 28, 2015 eegalee lafa kaaree meetira kuma 43 fi 436 ol ugguruu Koreen Malaanmaltummaa Finfinnee beeksise.
Walitti Qabdun…
Yaa’iin Waldaa Daandiiwwan Qilleensaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamuufi
Finfinnee, Eebla 5, 2015 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Yaa’ii Waldaa Daandiiwwan Qilleensaa Afrikaa Caamsaa dhufu kessummessuuf ta’uun ibsame.
Hojii Rawwachisaa Olaanaan Daandii…
Warqee/Qaachoon yeroo jalqabaaf Ingliz Landan keessatti madaqfame kunda’e
Finfinnee, Eebla 5, 2015 (FBC)- Biqilaan Warqee/Qaachoon Ityoophiyaa keessatti bal’inaan beekamu yeroo jalqabatiif Ingiliz Magaalaa Landanitti kan argamu Giddugalaa Biqiltuu Kew keessatti…
Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa Televizhiinii ESAT’f akeekkachiisa barreeffamaa xumuraa…
Finfinnee, Eebla 5, 2015(FBC)- Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa Televizhiinii ESAT’f akeekkachiisa barreeffamaa xumuraa kenne.
Televizhiiniin ESAT yeroo dhiyoo asitti gabaasota…