Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Awwal Aarbaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Eerviin Maasiingaa waliin mari’ataniiru.
Obbo Awwal hojiilee…
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Jilli isaaniin durfamu Riippaablika Cheekitti…
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Jilli isaaniin durfamu Riippaablika Cheekitti daawwannaa hojii taasiiseera.
Jilichi hojiilee Qonnaa, Turizimii, dameewwan Tumsa Itiyoo…
Kontirobaandii ittisuuf hoggantoota gufuu ta’an saaxiluun barbaachisaa ta’uun akeekame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)-Daddabarsa meeshaalee kontirobaandii irratti hoggantoota mootummaa hirmaatan saaxiluun itti gaafatamtoota taasisuuf tumsuun barbaachisaa ta’uu…
Qajeelfamni tajaajila deeggarsaa fi gorsa leenjii teekinikaa fi Ogummaa kennuuf dandeessisu ifoome
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)- Ministeerri Hojii fi Ogummaa qajeelfama tajaajila deeggarsaa fi gorsa Leenjii Teekinikaa fi Ogummaa kennuuf dandeessisu ifoomseera.
Qajleefamichas…
Gaaffiin karra Galaana Diimaa deebii akka argatu ummanni gurmaa’ee socho’uu qaba-Dooktar Aregaawwii…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)- Gaaffiin karra Galaana Diimaa Itiyoophiyaa deebii akka argatuuf ummanni gurmaa’ee socho’uu qaba jedhan Hayyuun Siyaasaa Dooktar Aregaawwi Barheen.…
Itiyoo-Teelekoom Tajaajila Netwoorkii Dhaloota 5ffaa Jigjigaatti eegalchiise
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)- Itiyoo-Teelekoom Tajaajila Netwoorkii Dhaloota 5ffaa (5G) Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti eegalchiise.
Sagantichaarratti Hoji Raawwaistuu Olaantuu…
Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Rippaabilikii Cheek waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Rippaabilikii Cheek Piiter Fiyaalaa waliin mari’ataniiru.
Dureewwan lameen marii gamlamee…
Ka’umsa komii fi farra guddina biyyaa Malaammaltummaarratti waloon qabsaa’uu barbaachisa-Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)- Ka’umsa komii fi farra guddina biyyaa kan ta’e hojmaata badaa fi malaammaltummaarratti waloon qabsaa’uu akka barbaachisuu Ministir Deetaan Dhimmoota…
Balaa tiraafikaa Aanaa Taltalleetti mudateen lubbuun namoota 20 darbe
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)- Godina Booranaa Aanaa Taltalleetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 20 darbe.
Balichaan miidhaa cimaan namootaa 18 irra yoo ga’u namoota 14…
Daandiin Geejjiba Baaburaa Awaash-Kombolchaa-Waldiyaa %93’rra ga’e
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)- Ijaarsi daandiin geejjiba baaburaa Awaash-Kombolchaa-Waldiyaa %93’rra ga’uu Koorporeeshiniin Geejiba Baaburaa Itiyoophiyaa beeksise.
Koorporeeshinichi…