Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guddinni Dhaabbataa kan madaalamu dandeettii imaammata mootummaa hojiirra oolchuu qabuuni –…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC) – Guddinni Dhaabbataa kan madaalamu sirnaa fi seera hordofee ga’umsa imaammata mootummaa hojiirraa oolchuu qabuuni jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa…
Hubannoo namtolcheen biyya gara guddinaatti ceesisa-Dooktar Ballaxaa Mollaa
Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC)- Hubannoo namtolcheen biyya gara guddinaatti ceesisa jechuun Ministirri Ministeera Innooveeshinii Fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan ibsan.…
Guyyaan sabaa fi sablammootaa sadarkaa naannoleetti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC)- Guyyaan sabaa, sablammootaa fi uummatoota Itiyoophiyaa 18ffaan sadarkaa naannoleetti kabajameera.
Haaluma kanaan guyyichi sadarkaa Naannoo Afaaritti kan…
Sheek Mahaammad Biin Zayiid Bakka Argisiisa Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Gamtaa Emereetota Arabaa Sheek Mahaammaad Biin Zayiid Al Nahayaaniin Bakka Argisiisaa Ashaaraa…
Guyyaan Sabaa fi Sablammootaa sadarkaa Oromiyaatti Magaalaa Maayaatti kabajama
Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC)- Guyyaan Sabaa fi Sablammootaa Ummatootaa itiyoophiyaa 18ffaan Sadarkaa Oromiyaatti Magaalaa Maayaatti akka kabajamu Caffeen Oromiyaa ibse.
Afyaa’iin…
Sagantaan xumuraa baatii Dargaggoota Afrikaa gaggeeffama jira
Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC) – Sagantaan xumuraa baatii Dargaggoota Afrikaa 16ffaan gaggeeffama jira.
Sagantichi mata duree’’ Sochii Dargaggoota Daangaa Ce’aa Paan-Afrikaanizimiif…
Lammiilee balaa lolaan miidhamaniif deeggarsi dabalataa akka barbaachisu ibsame
Finfinee, Sadaasa 20, 2016 (FBC)-Lammiilee balaa lolaan miidhaman deeggarsi dabalataa akka barbaachisu Koomiishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Federaalaa ibse.
Komishinarri Komishinichaa…
Miseensonni Raayyaa Ittisaa Oomisha ga’e walitti qaban
Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC) – Miseensonni Raayyaa Ittisaa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ilfataatti Oomisha ga’e walitti qabaniiru.
Raayyichi birmadummaa biyyaa tiksuurra darbee hojiilee…
Dooniin Yuuriyaa kuntaala kuma 520 feete Buufata Jibuutii qaqqabe
Finfinee, Sadaasa 20, 2016 (FBC)- Dooniin Yuuriyaa kuntaala kuma 520 feete Buufata Jibuutii qaqqabuu Koorporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Itiyoophiyaa beeksiseera.
Dabalataa dooniin xaa’oo…
Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti lukkuuwwaa sanyii fooyyee miiliyoonni 29 raabsaman – BQO
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti lukkuuwwaa sanyii fooyyee miiliyoonni 29 raabsamuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise.
Bara 2016 Oromiyaatti…