Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaa bu’ura jabaarratti ijaaruuf dargaggoonni biyya isaanii akka beekan taasisuun…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa bu’ura jabaarratti ijaaruuf dargaggoonni biyya isaanii akka beekan fi akka walitti dhiyeenya uuman taasisuun barbaachisaadha jedhan Ministir…
Walabummaan bulchiinsaa jiraachuu dhabuun guddina yuunivarsiitiiwwaniirratti dhiibbaa…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Walabummaan bulchiinsaa jiraachuu dhabuun guddina yuunivarsiitiiwwaniirratti dhiibbaa uumuu Pireezidaantiin yuunivarsiitii Finfinnee Pirofeesar Xaasawu…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa waggaa 77ffaa isaa kabajaa jira
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa waggaa 77ffaa hundeeffamee isa kabaja jira.
Daandiin qilleensichaa hojii erga eegalee waggaa 77 kan guute yoo ta’u,…
Sagantaa Afxiraa daandiirraaf duulli qulqullinaa gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Sagantaa Afxiraa daandiirraa har’a gaggeeffamuuf duulli qulqullinaa Addabaabaayii Masqalaattii gaggeeffameera.
Duulicharratti jiraattonni Magaalaa…
Sagantaan Fooyya’insa Nyaataa lammiilee miliyoona 9 ol fayyadamoo taasisuu ifoome
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Sagantaan Fooyya'insa Sirna Nyaataa Naannoo Oromiyaa lammiilee miliyoona 9.69 fayyadamoo taasisu ifoomeera.
Sagantichi sekteroota sadarkaa naannoo,…
Humna Addaa naannoolee deebisne gurmeessina malee ni diigna hinjenne-Jeneraal Ababaawu Taaddasaa
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Humna Addaa Naannolee hojiin deebisanii gurmeessuu ammaa kan eegalee miti jedhan Ittaanaan Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa…
Sagantaan beeksisaa fi galii walitti qabuu Kitaaba Dhaloota Ida’amuu Gaambeellaatti gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Sagantaan beeksisaa fi galii walitti qabuu kitaaba Dhaloota Ida’amuu Magaalaa Gaambeellaatti gaggeeffamuu eegale.
Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa…
Dhaabbileen “Maaddii Dhalootaaf” deeggarsa taasisuu itti fufaniiru
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)-Dhaabbilee fi qaamoleen garaagaraa Pirojektii “Maaddii Dhalootaaf” deeggarsaa taasisuu itti fufuu Waajjiri Muummee Ministiraa beekiseera.
Waajjirichi…
MM Abiy Ahimad Qondaaltota Raayyaa Ittisa Biyyaa eebbisiisaa jiru
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa fi Ajajaan Waliigalaa Raayyaa Ittisaa FDRI Abiy Ahimad Mana Barnootaa Leenjii Kontenjantii Nageenyaa Kabachiisaa Huursootti…
Adeemsi humna addaa naannolee deebisanii gurmeessuu tokkummaa ummattootaa mirkaneessuuf hojmaata…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) –Adeemsi humna addaa naannolee deebisanii gurmeessuu tokkummaa ummattootaa, fayyadamummaa diinagdee fi nageenya waaraa mirkaneessuuf hojmaata murteessaa…