Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tajaajila mana qopheessaa gara dijitaalaatti ceesisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Tajaajilaa mana qopheessa magaalotaa gara dijitaalaatti ceessisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ittaanaa Kuubaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ittaanaa Kuubaa Salvaadoor Vaaldeez waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniin biyyoonni lameen…
Aadde Adaanech fi Dooktar Saamu’eel Kifleen Warshaa Buddeennaa Lamii daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)-Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee fi Pireezidaantii Eeggataan Yuunivarsiitii Finfinnee Dooktar Saamu’eel Kifleen walitti hidhamiinsaa…
Abbootiin qabeenyaa Hindi Paarkii Indaastirii Qilinxootti hojii invastimantiirratti bobba’uuf fedhii…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa Hindi damee oomisha qorichootaa fi maanufaakachariingii irratti bobba’an Paarkii Indaastirii Qilinxootti hojii invastimantiirratti…
Mariin nageenyaa marsaa lammaffaaf Taanzaaniyaatti gaggeeffamaa ture waliigaltee malee xumurame…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Mariin nageenyaa marsaa lammaffaaf mootummaa Itiyoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo gidduutti Taanzaaniyaatti gaggeeffamaa ture waliigaltee malee…
Turtiin MM Dooktar Abiy Jarmanitti taasiisan milkaa’aa ture – Billanee Siyyuum
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Turtiin Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jarmanitti taasiisan milkaa'aa turuu Itti Gaafatamtuun Seekreetaariyaal Pireesii Waajjira Ministira…
Yaa’iin ‘Compact with Africa’ yaa’ii dhageettiin Itiyoophiyaa dabalaa dhufuu…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) –Yaa'iin 'Compact with Africa' yaa'ii dhageettiin Itiyoophiyaa dabalaa dhufuu caalmaatti mirkaneesse ta'uu Pireezidaantiin Baankii Biyyaaleessa Itiyoophiyaa…
Itiyoophiyaan yeroon bilisummaa diinagdee itti mirkaneessitu fagoo miti – Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin godina Jimmaa aanaa Qarsaatti facaasaa Qamadii Jallisii Bonee gaggeessaniiru.…
Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Jimmaa Aanaa Shabee Sombootti sassaabbii oomisha Ruuzii…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) –Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Jimmaa Aanaa Shabee Sombootti sassaabbii oomisha Ruuzii…
Baruumsi bu’uura ijaarsa dhalootaati! – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti barattoota qormaata biyyalessaa kutaa 12ffaa fudhatanii qabxii olaanaa galmeessaniif beekkamtiin kennameera.
Kantiibaa…