Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hooggantoonnii fi ogeeyyiin sadarkaan jiran kenna tajaajilaafi itti quufinsa uummataa mirkaneessuuf…
Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) – Hooggantoonnii fi ogeeyyiin sadarkaan jiran kenna tajaajilaafi itti quufinsa uummataa mirkaneessuuf hojjechuu akka qaban Pireezidaantii Itti Aanaan…
Dhalattoonni Oromoo Emireetoota Araba Gamtoomanii keessa jiraatan Kitaabilee kuma 20 Biiroo Barnoota…
Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) – Diyaaspooraawwan Dhalattoota Oromoo Emireetoota Araba Gamtoomanii keessa jiraatan Kitaabilee gosa gara garaa kuma 20 Biiroo Barnoota Oromiyaaf…
Cabiinsa Diinagdee fi Hawaasummaa ummata mudate furuuf xiyyeeffannoon hojjechuu gaafata -Obbo…
Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Amaaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan Godina Saba Oromootti bakka Bu'oota kutaalee hawaasaa garaagaraa waliin mari’ataniiru.…
Manni Marichaa raawwii hojii kurmaana 2ffaa gamaaggamuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti raawwii hojii kurmaana 2ffaa bara 2016 gamaaggamuu eegaleera.…
Inijifannoon Kaarramaarraa birmadummaa biyyaa kabachiisuuf gatii kan itti kaffalame injifannoo…
Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) - Inijifannoon Kaarramaarraa tokkummaa daangaa birmadummaa biyyaa kabachiisuuf gatiin kan itti kaffalame injifannoo olaanaa ta’uu Miseensonni duraanii…
Buufaalee Biqiltuu kuma 132 fi 144 irratti biqiltuuwwan biiliyoonni 6.5 qophaa’aa jira – MQ
Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) - Buufataalee Biqiltuu kuma132 fi 144 irratti biqiltuuwwan biiliyoonni 6.5 qophaa’aa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksiise.
Bara kana sagantaa…
Ministeerri Barnootaa Istuudiyoo Maltiimiidiyaa dijitaalawaa shan eebbisiise
Finfinnee, Guraandhala 25, 2016 (FBC)- Ministeerri Barnootaa Istuudiyoo Maltiimiidiyaa Dijitaalawaa Yuunivarsiitiiwwan Finfinnee, Jimmaa, Dirree Dhawaa, Baahirdaarii fi Hawaasaatti hundeesse…
Biyyoonni boba’aa ergitoonni gabaa mijataa uumuun waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 25, 2016 (FBC)- Biyyoonni ergitoota boba’aa Idil Addunyaa jijjiiramuu fedhii gabaa hambisuun, carraa gabaa mijataa uumuun waloon hojjechuuf waliigaluun dhaga’ame.…
Aadde Tigist Hamiid Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Emireetoota Araba Gamtoomanii waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 25, 2016 (FBC) – Daayrektarri Olaantuun Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa Aadde Tigist Hamiid Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Emireetoota Araba Gamtoomanii…
Oromiyaatti Arfaasaan lafa heektaara miiliyoona 1.2 misoomsuuf qophiin taasifameera-BQO
Finfinnee, Guraandhala 25, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti waqtii Arfaasaa baranaan lafa heektaara miiliyoona 1.2 misoomsuuf qophiin barbaachisaan taasifamaa jiraachuu biiroon Qonnaa…