Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan nageenyaa fi tasgabbii lammiilee mirkaneessuuf filannoowwan nageenya hunda fayyadamaa…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) – Mootummaan nageenyaa fi tasgabbii lammiilee mirkaneessuuf waamichi qaamolee hidhannoon socho’aniif taasiisuu cimee Itti fufuu Tajaajilli…
Adeemsi Humna Addaa naannolee deebisaanii gurmeessuu naannolee hundatti hojjetamaa jira – TKM
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa haala waqtaawaa ilaalchisuun ibsa laateera.
Adeemsi Humna Addaa naannolee deebisaanii gurmeessuu naannolee…
Qaamni hunda biyyaaf dursa laachuu qaba – Obbo Taaggasee Caafoo
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) – Qaamni hunda damee hojii isaan faayidaa biyyaalessaaf dursa laachuu akka qabu Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoon ibsan.…
Dhaabbileen deeggarsa maaddii dhalootaaf taasisuu itti fufan
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) – Dhaabbileen adda addaa deeggarsa maallaqaa maaddii dhalootaaf taasisuu itti fufuu Waajjirri Muummee Ministiraa beeksise.
Dhaabbileen garaagaraa…
Obboleeyyaan lama Ameerikaa jiraatan Kitaabilee kuma 7 mana Kitaabaa Abrihootiif gumaachan
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) – Dhalattoonni Ityoophiyaa Obboleeyyaan lama Ameerikaa jiraatan Kitaablee kuma 7 mana Kitaabaa Abrihootiif gumaachaniiru.
Shamarraan kunneen…
Fooramiin Dippiloomaasii fi Kominikeeshinii Bishaanii 8ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) – Fooramiin Dippiloomaasii Bishaanii 8ffaafi Kominikeeshinii irratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira.
Fooramicha Yuunivarsiitiin Saayinsii fi…
MM Abiy Ahimad lammiilee Musliimaa galii gadaanaaf Maaddii qoodan
Finfinnee, Bitooteessa 28, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad lammiilee Musliimaa galii gadaanaaf Afxiraa Ramadaanaa sababeeffachuun maaddii qoodaniiru.
Sagantaa Maaddii…
Haala Yeroorratti ibsa Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaarraa kenname
Finfinnee, Bitooteessa 28, 2015 (FBC)- Haala yeroo biyyattii ilaalchisuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaan ibsa kenneera.
Haaluma kanaan Birmadummaa fi tokkummaa bulchiinsaa…
Lammiilee biyyaa alaa seeraan ala barbaacha albuudaarratti bobba’an to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Seeraan ala barbaacha warqee fi albuudalee biroorratti kanneen bobba’an lammiileen biyya alaa fi deeggartoonni isaanii to’annoo jala oolfamuu Humni…
Ityoophiyaan qajeeltoo fayyadamummaan qabeenya bishaanii haqa qabeessaa ni kabajji-Amb. Jamaal Bakar
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)-Ityoophiyaan qajeeltoo itti fayyadama haqa qabeessaa qabeenya bishaanii fi seera idil addunyaa guutummaatti akka kabajju Paakistaanitti Ambaasaaddarri…