Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baruumsi bu’uura ijaarsa dhalootaati! – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti barattoota qormaata biyyalessaa kutaa 12ffaa fudhatanii qabxii olaanaa galmeessaniif beekkamtiin kennameera.
Kantiibaa…
Yuunivarsiitiin Haramayaa sanyii filatamaa fi Gaagura ammaayyaa qonnaan bultootaaf deeggarsa…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Haramayaa sanyii filatamaa fi Gaagura ammaayyaa Birrii miiliyoona 12tti tilmaamamu qonnaan bultootaaf deeggarsa taasiiseera.
Oomishaa…
Dooktar Abiy Ahimad Mana Maree Ministirootaa waliin raawwii hojii kurmaana jalqabaa gamaaggamuu…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Mana Maree Ministirootaa waliin raawwii hojii kurmaana jalqabaa bara 2016 gamaaggamuu eegalaniiru.
#Oromiyaa…
Godinaalee Oromiyaa 15 keessatti Oomishni ga’e sassaabamaa jira – BQO
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Godinaalee Oromiyaa 15 keessatti oomishni qonna Gannaa ga’e sassaabamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Akka naannichaatti Oomisha lafa…
Duulli kunuunsa biqiltuu Ashaaraa magariisaa godinaalee garaagaraatti eegalame
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Duulli kunuunsa biqiltuu Ashaaraa magariisaa godinaalee Oromiyaa garaagaraatti eegalameera.
Jilli Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo…
Waltajjiin muxannoo waljijjiirraa magaalaa Maqaleetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Babal’inaa fi Pilaanaa Magaalootaarratti xiyyeeffachuun waltajjiin muxannoo waljijjiirraa magaalaa Maqaleetti gaggeeffamaa jira.
Ministir Deetawaan…
Guyyoota kurnan itti aanaan kutaaleen biyyattii harki caalu haala qilleensaa aduu fi…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Guyyoota kurnan itti aanaan kutaaleen biyyattii harki caalu haala qilleensaa aduu fi Qilleensa'aa ta’e kan qabaatan ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala…
Jilli Ministira Geejjibaa fi Loojistiksii Saa’ud Arabiyaan durfamu Tarminaala Buufata Mojoo daawwate
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Saa’ud Arabiyaa Saalaahii Been Naasir Al Jaasir Tarminaala Buufata Mojoo daawwateera.
Ministirri…
Magaalaa Finfinneetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 2 darbe
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Boolee aanaa 1tti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 2 darbuu ibsameera.
Balaa Konkolaataan Siinoo Tiraakii…
Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu aanaa Lumeetti duula kunuunsa biqiltuu ashaaraa magariisaa…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti duula kunuunsa biqiltuu ashaaraa magariisaa bara…