Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Eebbifamuu Hidha Haaromsaa hordofee hiriirri gaggeeffame xumurame – Poolisii Naannoo Amaaraa
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) - Eebbifamuu Hidha Haaromsaa hordofee hiriirri deeggarsaa gaggeeffame milkiin xumurame jedhe Qajeelchi Poolisii Naannoo Amaaraa.
Hiriirri deeggersaafi…
Xumuramuu Hidha Haaromsaa ilaalchisee Godinaalee fi Magaalota Oromiyaatti mariin Paanaalii…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) - Xumuramuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa sababeeffachuun Godinaalee fi Magaalota Oromiyaa garaagaraatti mariin paanaalii gaggeeffame.
Haaluma…
Daandiin Qilleensichaa dhaabbata aviyeeshinii ibsituu Paan Afrikaa ta’edha- Obbo Masfin Xaasaw
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018(FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa dhaabbata aviyeeshinii ardichaa ibsituu Paan Afrikaa ta’edha jedhan Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Daandii Qilleensichaa obbo…
Hidhi Haaromsaa mallattoo guddummaafi waltumsuuti- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Hidhi Haaromsaa mallattoo guddummaafi waltumsuuti jedhan.
Obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa miidiyaa…
Xumuramuu Hidha Haaromsaa sababeeffachuun Godinaalee Oromiyaatti mariin paanaalii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) - Xumuramuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa sababeeffachuun Godinaalee fi Magaalota Oromiyaa garaagaraatti mariin paanaalii gaggeeffamaa jira.…
Xumuramuu Hidha Haaromsaa sababeeffachuun Magaalaa Kamisee fi naannoo isheetti hiriirrii deeggarsaa…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) – Xumuramuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa sababeeffachuun Magaalaa Kamisee fi naannoo isheetti hiriirrii deeggarsaa gaggeeffameera.
Hidhi…
Magaalichatti Sagantaan beekamtii hirmaannaa Hidha Haaromsaa fi mariin paanaalii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) – Magaalaa Shaggariitti Sagantaan beekamtii hirmaannaa Hidha Haaromsaa fi mariin paanaalii gaggeeffamaa jira.
Marii kanarratti Kantiibaa Magaalaa Shaggar…
Magaalichatti xumuramuu Hidha Haaromsaa sababeeffachuun mariin Paanaalii gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) – Magaalaa Jimmattii xummuramuu Hidha haaromsaa sababeeffachuun mariin paanaalii fi sirni beekamtii kennuu gaggeeffameera.
Hoggantoonni magaalichaa fi…
Shira diinotaa cabsuun tokkummaan dhaabbachuu dandeenyeerra- Obbo Araggaa Kabbadaa
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018(FMC)- Shira diinotaa cabsuun tokkummaan dhaabbachuu dandeenyeerra jedhan Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan.
Obbo Araggaa Kabbadaan hiriira…
Eebbifamuu Hidha Haaromsaa sababeeffachuun hiriirri deeggarsaa Godinaalee fi Magaalota Naannoo…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) - Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa sababeeffachuun hiriirri deeggarsaa Godinaalee fi Magaalota Naannoo Amaaraatti mata duree 'Gamtaan…