Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haala addunyaan keessa jirtu keessa kan darbinu hojjechuu qofaani- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Haala addunyaan keessa jirtu keessa kan darbinu hojjechuu qofaani jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Ijaarsa bu’uuraalee misoomaa cimsuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Ijaarsa bu’uuraalee misoomaa cimsuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Ittigaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa…
Dooktar Abiy Ministira Muummee Neezarlaandi waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Neezarlaand Roob Jeetan waliin bilbilaan mari’ataniiru.
Dhimmoota waloorratti marii bu’aa…
Itiyoophiyaan bara kana qamadii kuntaala miiliyoona 300 fi 30 ol oomishuun Afrikaa irraa sadarkaa…
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaan bara kana qamadii kuntaala miiliyoona 300 fi 30 ol oomishuun Afrikaa irraa sadarkaa 1ffaadha…
Godina Jimmaatti riqichi laga Hiddaa eebbifame
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Godina Jimmaatti riqichi laga Hiddaa ummata kuma 15 ol fayyadamaa godhu eebbifameera.
Riqichichi godina Jimmaa aanaa gommaatti kan ijaarame yoo ta'uu,…
Dooktar Abiy Ahimad Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Sulultaatti misooma qamadii daawwatan
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Sulultaatti misooma qamadii daawwataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Dargaggeessa weellisaa Goota, kan Gootota Jaallatu Haacaaluu…
Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC) - Abbaasaa Hundeessaa Bonsaa Hadhaa Isaa immoo Aadde Guddattuu Horaa Irraa Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa lixaa Magaalaa Ambootti Dhalate Haacaaluun.…
Siidaan Dooktara kabajaa Artiisti Xilaahuun Gassesse eebbifame
Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC) - Siidaan yaadannoo Dooktara Kabajaa Artiisti Xilaahuun Gassesee Magaalaa Finfinnee kiiloo 6 (Caffee Araaraatti )eebbifameera.
Siidaa yaadannoo Artiist…
Itiyoophiyaan himannaa Mootummaa Sudaan kuffiste
Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan himannaa bu'uura hin qabne kan mootummaa Sudaan dhiyaate kuffisteetti.
Ministeerri Dhimma Alaa ibsa baaseen, Humni Waraanaa Sudaanii fi…
Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Saambee kabajame
Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC)- Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Saambee 85ffaan Godina Iluu Abbaa Booritti kabajameera.
Saambeen Godina Iluu Abbaa Boor Magaalaa Goree irraa fageenya dhiyoo…