Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti piroojektoonni bishaan Dhugaatii namoota kuma 600 fayyadamoo taasisan baatiiwwan 2…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015( FBC)- Naannoo Oromiyaatti piroojektoonni bishaan Dhugaatii namoota kuma 600 fayyadamoo taasisan baatiiwwan 2 dhufanitti ni xumuramuun tajaajilaaf kan oolan…
Aadde Adaanach jiraattota waliin haala yeroorratti mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 17, 2015 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen haala yeroorratti jiraattoota magaalichaa waliin mari'ataniiru.
Marichaan dhimmoota…
Sirni beeksisaa fi gurgurtaa Kitaaba dhaloota Ida’amuu godinaalee Oromiyaa garaagaraatti…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2015 (FBC) – Sirni beeksisaa fi gurgurtaa Kitaaba dhaloota Ida'amuu godinaalee Oromiyaa garaagaraatti gaggeeffameera.
Sirna magaalaa Naqamteetti…
Bidiruun Hara Caamoorra namoota 8 feetee imalaa turte dhidhimte
Finfinnee, Bitootessa 17, 2015 (FBC) – Bidiruun Aanaa Addaa Amaaroo ganda Alfaaciirraa gara Magaalaa Aarbaa Mincitti namoota 8 feetee Hara Caamoorraan imalaa turte dhidhimuu Poolisiin Godina…
Fayyadamummaa fi hirmaannaa dubartootaa mirkaneessuuf waltajjiiwwan hubannoo uumuu murteessadha…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2015 (FBC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen qaamolee fiigicha dursa dubartootaaf jedhu qopheessan galateeffatan.
Fiigichi meetira kuma 5…
Naannoo Ummattoota Kibbaatti mariin sababa hir’achuu qabxii kutaa 12ffaarratti xiyyeeffate…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2015 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibbaatti mariin sababoota hir'achuu qabxii kutaa 12ffaarratti xiyyeeffate magaalaa Walaayittaa Sooddootti gaggeeffameera.
Marii…
Hirmaannaa damee dhuunfaa guddisuuf fooyya’iinsi diinagdee biyya keessaa haaraan taasifamuuf ta’uu…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2015(FBC)- Qaawwaa Diinagdee Gooroo Ityoophiyaa dhiphisuun hirmaannaa damee dhuunfaa daran guddisuu kan dandeessisu fooyya’iinsi diinagdee biyya keessaa haaraan…
IGAD lammiilee hongeen midhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 4 ol taasise
Finfinnee, Bitootessa 16, 2015(FBC)- Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) hawaasa godinaalee Oromiyaa garaagaraatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 4.2 olii…
Jilli hogganaa Tuurizimii Afrikaa Kibbaan durfamu bakkeewwan hawwata tuurizimii magaalaa Finfinnee…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2015(FBC)- Jilli hogganaa Tuurizimii Afrikaa Kibbaan durfamu bakkeewwan hawwata tuurizimii magaalaa Finfinnee daawwachuu ibsame.
Jilichi Kolleejjii Poolisii…
Oomishni xaafii naannoo Amaaraarraa bal’inaan gara Finfinnee akka seenu taasifamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 16, 2015(FBC)- Oomishni xaafii naannoo Amaaraarraa bal’inaan gara Finfinnee akka seenu taasifamaa jiraachuu bulchiinsi magaalaa Finfinnee ibse.
Bulchiinsi…