Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aanaalee Godina Shawaa Lixaa fi Godina Harargee Lixaa Shanan Dhuuggootti hojiileen misoomaa…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Aanaalee Godina Shawaa Lixaa fi Godina Harargee Lixaa Aanaa Shanan Dhuuggootti hojiileen misooma Qonnaa daawwatameera.
Godina Harargee Lixaa Aanaa…
Seektaroonni hundi hojii isaanii akkaataa karooraan akka raawwatan Pireezidaanti Shimallis…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Gamaaggamni raawwii hojiilee kurmaana tokkoffaa guyyoota darban taasisa turre xumuruu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimalli…
Konkolaattoonnii fi meeshaaleen biroo misooma Qonnaa saffisuuf oluu naannolee fi dhaabbilee qorannoo…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Ministeerri Qonnaa Konkolaattoonnii fi meeshaaleen biroo misooma Qonnaa saffisuuf oluu naannolee fi dhaabbilee qorannoo qonnaaf kenneera.…
Kutaalee Magaalaa Shaggaritti hojiileen misoomaa daawwataman
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Bulchiinsaa Magaalaa Shaggar kutaalee garaagaraatti hojiilern misoomaa daawwatamaniiru.
Kutaa magaalaa Galaan Guddaa, Sulultaa, Mana Abbichuu,…
Godina Koontaatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Godina Koontaa Aanaa Naannawaa Ammayyaatti balaa Sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 3 darbuu ibsameera.
Namoonni lubbuun darban miseensota…
Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti hojiileen misoomaa daawwatame
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Bulchiinsaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti hojiileen misooma Qonnaa Magaalaa daawwatameera.
Inisheetivii Qonnaa Magaalaa horsiisa…
Misoomni Ruuzii Oomisha yeroo gabaabaa keessaatti milkaa’ina argamsiisaa jiruudha – Pir.…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Inisheetiiviin Misooma Ruuzii yeroo gabaabaa keessaatti milkaa'ina argamsiisaa jiruuchuu Pireezindaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Gamtaan Awurooppaa halleellaan Boombii Gaazaatti taasifamu akka dhaabbatu gaafate
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2016 (FBC)- Gaazatti Deeggarsa namoomaa qaqqabsiisuuf, halleellaan Boombii taasifamu akka dhaabbatu gamtaan Awurooppaa gaafateera.
Yaa’iin dureewwan Gamtaa…
Dooktar Abiy Ijaarsa Pirojektii “Loojii Ni’ilee Paalmi Spiringi” eegalchiisan
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Afaaritti ijarsa pirojektii “Loojii Ni’ilee Paalmi Spiringi” eegalchiisaniiru.
Pirojektichi,…
Bu’aan sanyii baayyisuun galmaa’aa jiru jajjabeessaa fi abdii qabeessa-BQO
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2016 (FBC)- Bu’aan hojiilee sanyii baayyisuu hojjetamaniin galamaa’aa jiru jajjabeessaa fi abdii qabeessa ta’uu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Godina Arsii…