Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tuutni Gadaa Sabbaaqaa Tuuta Gadaa Dhiphisaatti Baallii/Alangee dabarse
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015 (FBC)- Sirni Walharkaa Fuudhiinsa Baallii Gadaa Oromoo Ituu, Humbannaa fi Afran Qalloo Marsaa 5ffaan Tuutni Sabbaaqaa Tuuta Dhippisaatti Baallii/Alangee…
Oomishaaleen garaagaraa karaa seeraan alaa biyyaa bahuun qabeenya keenya nu dhabsiisaa jiru- Obbo…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015(FBC)- Oomishaaleen garaagaraa karaa seeraan alaa biyyaa bahuun qabeenya keenya nu dhabsiisaa jiru jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera…
Walga’iin idilee 55ffaan Ministiroota Faayinaansii, pilaanii fi Misooma Dinagdee Koomishinii…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015 (FBC)- Dhaabbataa Mootummoota Gamtoomaniitti walga’iin idilee 55ffaan Ministiroota Faayinaansii, Pilaanii fi Misooma Dinagdee, Komishinii Dinagdee Afrikaa…
Magaalichi sangoota 22 barattoota M/B Bultii Addaa WMOtiif deeggarsa taasise
Finfinnee, Bitootessa11, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Jimmaa barattoota Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa Bishooftuutti argamaniif Sangoota 22 Birrii miiliyoona 1.1n…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 177 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Bitooteessa 11, 2015 (FBC)-Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 177 olitti tilmaamamu to'atamuu Komishiniin Gumurukaa beeksise.
Komishinichi akka beeksisetti…
Sirni sassaabbii gibiraa ammayyaa’uu qaba- Obbo Dammaqaa Makonnin
Finfinnee, Bitootessa 10, 2015(FBC)- Sirni sassaabbii gibiraa jalqabbii gaarii ta’us daran ammayyaa’uufi sirrachuu qaba jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma…
Magaalaa Finfinneetti sagantaan jalqabsiisa sosochii galii gibiraafi beekamtii kennuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 10, 2015(FBC)- Biiroon Galiiwwanii Magaalaa Finfinnee mata duree “Gibira Kabaja Biyyaaf “jedhuun sagantaa jalqabsiisa sosochii galiifi kaffaltoota gibiraaf beekamtii…
Badhaadhina hunda galeessa biyyattii mirkaneessuu keessatti gaheen dargaggootaa olaanaadha- Obbo…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2015(FBC)- Badhaadhina hunda galeessa biyyattii mirkaneessuu keessatti gaheen dargaggootaa olaanaa ta’uu Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam…
Duudhaalee nageenyaa ijaaruu keessatti gaheen dubartootaa olaanaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 10, 2015(FBC)- Sagantaan xumura guyyaan dubartootaa idil addunyaa mata duree” Ani Obboleettii Koo Nan Eega” jedhuun kabajamaa ture naannoo Affaar magaalaa Samaraatti…
Finfinneetti Rooba cimaa Roobeen haadhaaf daa’immaan dabalatee namoonni 4 lolaan fudhataman
Finfinnee, Bitootessa 10, 2015 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti eda galgala Rooba cimaa Roobeen haadhaaf daa'imman dabalatee namoonni 4 lolaan fudhatamuu ibsame.
Kutaa magaalaa Nifaas Silk…