Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan Alaabaa Mooraa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Guyyaan Alaabaa 16ffaan Mooraa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti kabajameera.
Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdee, Af Yaa’iin Mana Maree…
Alaabaa keenya jalatti walitti qabamnee tokkummaa sabdaneessummaa Itoophiyaa ni cimsina -TKM
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa kabaja guyyaa Alaabaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarseera.
Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa yeroo 16ffaaf…
Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif Chaayinaa galan
Finfinnee, Onkololeesa 5, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif Chaayinaa Beejiingiin galaniiru.
Ministirri…
Godina Qellem Wallaggatti lafa hektaara kuma 95 oli irratti Ruuziin misoomaa jira
Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Godina Qellem Wallaggatti lafa hektaara kuma 95 oli irratti Ruuziin misoomaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise.
Itti gaafatamaan Itti…
Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa magaalaa Adaamaa, Jimmaa fi Finfinneetti leenjiirra jiran hojiilee…
Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Adaamaa, Jimmaa fi Finfinneetti leenjiirra jiran hojiilee misoomaa daawwataniiru.
Leenjitoonni magaalaa…
Du’a Artistiifi qabsooftuu jabduu Haloo Daawwee yeroon dhaga’u gadda guddaatu natti…
Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan du'aan boqochuu Artiist Haloo Daawwee hordofee ergaa gaddaa…
Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa giddugaloota adda addaatti leenjii biyyaalessaa marsaa 2ffaa leenji'aa jiran hojiilee misoomaa daawwataniiru.…
Jilli Aadde Adaanach Abeebeen durfamu Daandiiwwan 9 ijaarsi isaanii xumurame eebbisiise
Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Jilli Kantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen durfamu Daandiwwan Aspaaltii 9 baasii Birrii biiliyoona 2 oliin ijaaramanii xumuraman…
Irreechi Malkaa Goraa fi Ardaa Jilaa Caffee Tumaatti haala duudhaa isaa eeggateen kabajame
Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Irreechi Malkaa Goraa Magaalaa Sandaafaa Bakkee fi Ardaa Jilaa Caffee Tumaa Kutaa Magaalaa Galaanitti haala duudhaa isaa eeggateen kabajameera.…
Aadde Sa’aadaan du’aan boqochuu Artiist Haloo Daawween gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Af Yaa'iin Mana Maree Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurmaan du'aan boqochuu Artiist Haloo Daawween gaddi itti dhaga'amuu ibsaniiru.
Artiist Haloo…