Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Maddi Anniisaa Raphii humna guutuun anniisaa maddisisuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Buufanni Madda Anniisaa Balfa Goggogaa Raphii humna guutuun anniisaa maddisiisuu eegale.
Buufatichi baatii Amajjii bara 2014 eegalee tarbaayinii…
Farreen Midhaanii ittisuuf hirmaannaa olaanaan taasifamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Ilbiisota oomisha qonnaarratti dhiibba uuman ittisuuf hirmaannaa olaanaan taasifamaa jiraachuun ibsame.
Oomishi hir’achuuf sababa kan ta’an farreen…
Irra jireessa Naannoo Amaaraatti nageenyi mirkanaa’aa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Darbee darbee bakkoota tokko tokkotti rakkoolee nageenyaa mudatanirraan kan hafe naannoo Amaaraatti nageenyi mirkanaa’aa jiraachuu Tajaajilli…
Irreechi Malkaa Ateetee, Sabbataa fi Caffee Tumaa boruu kabajama
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Ayyaanni Irreechaa Malkaa Ateetee, Malkaa Sabbataa fi Caffee Tumaa guyyaa boruu Onkololeessa 4, 2016 kabajama.
Sirni Kabajaa Ayyaana Irreechaa kun…
Lammiilee miiliyoona 7.3’f deeggarsi namoomaa taasifameera-TKM
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Lammiilee miiliyoona 7.3'f deeggarsi namoomaa taasifamuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Beeksise.
Ministir Deetaan Tajaajilichaa Salaamaawit…
Oromiyaatti lafti hektaarri kuma 600 ol oomisha mishingaatiin misoomeera- Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti bara kana lafa hektaara Kuma 400 ol oomisha mishingaatiin uwwisuuf karoorfamee, lafti hektaarri kuma 600 ol oomisha mishingaan…
Balaa tiraafikaa Haawuzeenitti mudateen lubbuun barattoota 6 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Naannoo Tigraayitti barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatanii gara maatiitti deebi’aa turaniirraan balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun barattoota 6…
Jilli Itiyoophiyaa hoggantoota Baankii Addunyaa fi IMF waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Jilli Itiyoophiyaa walga’ii waggaa dhaabbilee faayinaansii Morookootti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jiru Pireezidaantii Baankii Addunyaa Aajaay…
Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo waliin walta’iinsaan hojjechuuf…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo waliin walta’iinsaan hojjechuuf waliigalaniiru.
Waliigaltichaa kan…
Dhaabbileen idil Addunyaa Sagantaa Nyaataa manneen barnootaa magaalaa Finfinnee daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC) – Dhaabbileen idil Addunyaa Sagantaa Nyaataa manneen barnootaa magaalaa Finfinneetti hojiirra oolaa jiru daawwataniiru.
Jilli Hoggantoota Dhaabbilee…